Eba A Tsegaye

06/08/2025
06/08/2025
26/01/2024

WOW 👌 🥰❤️❤️❤️❤️

Carraa koo Isa naaf baasee miltoon bara koo waaqayyooGalma Gaaddisa lubbuu koo fo'annaa kooti anaaf kaayyooDhimma naaf b...
24/01/2024

Carraa koo Isa naaf baasee miltoon bara koo waaqayyoo
Galma Gaaddisa lubbuu koo fo'annaa kooti anaaf kaayyoo
Dhimma naaf baasa ittan fufaa deemsa koo gooftaa wajjinii
Isan beeka hiriyaa dhugaa haalli kan hin jijjiirinii.
Eliyas Benti

Lammiin Lammiif 🙏=================Ayi yaa carraa….Waaqayyo isin haa oolchu!  jedhamti- Dhalattee waggaa 4tti abbaashee d...
15/01/2024

Lammiin Lammiif 🙏
=================
Ayi yaa carraa….
Waaqayyo isin haa oolchu!
jedhamti
- Dhalattee waggaa 4tti abbaashee dhukkubsatee irra du’e
- Harmeenshee baay’ee gaddite. Abbaa warraashee akka gaaddisaatti of biratti ilaaltu of biraa dhabde.
- Gargaarsa tokko malee Boontuufi obboleettii Boontuu Eebbisee jedhamtu guddisuu itti fufte
- Mana namaa hojjechaa, buddeena namaaf tolchaa, bakka bakkaatti godaanaa ijoolleeshee guddisuuf baay’ee dhamaate.
- Boontuun barattuu cimtuu taate. Badhaasa argachaa, kutaa 1ffaa irraa jalqabdee haga kutaa 12ffaatti haala gaariidhaan barnootashee xumurte

Boontuun dadhabbii baay’een booda, A.L.Itti bara 2015 Finfinneetti kan argamu yuunivarsiitii jedhamurraa saayinsii fayyaatiin digiriishee argattee eebbifamte.
- Qormaata gahumsaa CoC jedhamullee qoramtee qabxii gaariidhaan qormaaticha dabarte

Achii booda gammachuushee kana maatiishee waliin qooddachuuf gara Naajjoo deemte. Harmeenshee gammaddee burraaqxe. “Nan boqodhe” jette. “Kana booda naaf darba, kana booda mataan ol qabadha, kana booda harka namaa hin ilaalu” jette.

Boontuun xiqqoo erga maatii bira turteen booda gara Finfinneetti deebitee waraqaashee fudhattee hojiitti bobba’uu waan qabduuf konkolaataa qabattee gara Finfinneetti imalte.
- Finfinnee geesse. Konkolaataarraa buute. Gara mana kireeffattee jirtuu deemuuf immoo baajaajii qabachuun dirqama ture.
- Baajajii dhaabsifattee itti seente. Reefuu ol seentee bakka geessee hin teenye. Abbaan baajaajii sanaa kan waa’ee qarshiisaa malee waa’ee nageenya Boontuu hin yaadne gaasiitti ejjete. Baajaajiin utaaltee fiiguu eegalte. Boontuun battaluma darbatamtee mataadhaan aspaaltiirratti kufte! Of wallaalte! Ifnisheefi kan harmeeshee takkaatti dukkanaa’e!
- Kun kan ta’e ji’a lamarra darbeera. Boontuun haga har’aa of hin beektu. Hospitaala Abeet jedhamu jirti. Ogeessonni fayyaa mataashee baqaqsanii wal’aansa gochaafii jiru. Ijishee banameera. Garuu ammas of hin beektu!

Harmeenshee ni boossi. “If

20/12/2023

warri Waaqayyoon abdiidhaan eeggatan garuu humni isaanii in haareffama; akka joobiraas baalleedhaan ol in ka'u; in fiigu, garuu hin dadhaban, in adeemu, garuu hin mudhukan*.
Macaafa Isaayaas Raajichaa 40:31

but those who hope in the Lord will renew their strength. They will soar on wings like eagles; they will run and not grow weary, they will walk and not be faint.
‭‭Isaiah‬ ‭40‬:‭31‬ ‭

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Telephone

+251917628275

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eba A Tsegaye posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Eba A Tsegaye:

Share