Mana Uffata Aadaa Oromoo Waliin

Mana Uffata Aadaa Oromoo Waliin Designer

Ammuma (Yoosu) Hojjachuu irraa bu’aa argattan:  Yeroma hojiin tokko fuundura keessanitti bahe hojjachuu jalqabuun irra c...
21/08/2026

Ammuma (Yoosu) Hojjachuu irraa bu’aa argattan:

Yeroma hojiin tokko fuundura keessanitti bahe hojjachuu jalqabuun irra caalaa isaa hojjachuudha.

Hojii keessan ammuma yoo hojjattan, qabeenyaa fi yeroo keessan qusattu. Sababni isaas, yommuu hojii gara fuunduraatti dabarsitan, hojii sa’aati walakkaatti fixu dandeessan guyyaa guutuu itti gubuu dandeessu, maallaqa kafaluun adabamu dandeessu. Fkn, bishaan, elektirikii yeroo isaatti yoo hin kafalin maaltu ta’aa?

Akkuma hojii keessan ammuma (yoosu) hojjattaniin, humni qaamaa fi sammuu keessanii ni cima. Sababni isaas, hojiin amma hojjatamu ba’aa gara fuunduraatti nama qunnamu namarraa buusa.Waliin dazayin shiromeda mujjaa
0968250932
Whatsapp telegram imo nuu arigachuu danidesuu

waliin fashion 🫶🏽🥰❤️
20/08/2026

waliin fashion 🫶🏽🥰❤️

waliin 🫶🏽🥰❤️
20/08/2026

waliin 🫶🏽🥰❤️

waliin fashion 🫶🏽🥰❤️🥰
20/08/2026

waliin fashion 🫶🏽🥰❤️🥰

 😭🥹. Ergaa ariifachiisaa Giddaa Ayyaanaa irraa amma na qaqqabe!😭🥹‎‎‎Mucaa xiqqaa waggaa shanii (5) Ifaa Daandii   fi obb...
19/08/2026

😭🥹.
Ergaa ariifachiisaa Giddaa Ayyaanaa irraa amma na qaqqabe!😭🥹


‎Mucaa xiqqaa waggaa shanii (5) Ifaa Daandii fi obboleettii isaa mucaa xiqqoo waggaa lama (2) Meelalaa Daandii kan jedhaman haadha Isaanii Wayyituu Adabaa jedhamtu waliin osoo gara Magalaa Naqamtee deemaa jiranii kan dhukaasni irratti baname gargar faca'un, bilbilli haadha isaanii Wayyituu gaafa irratti bilbilamu bilbilli waamuu didaa turee. Gaafa wamuu immoo kaastee "ijoolleen koo na cina hin jiran adda facaanee jirra" jettee sababa dhukaasni baayyee dhaga'amaa tureef bilbila cufatte. Isheenis amma nagaadhaf nagaa mitii ishee hin beeknu bilbili ishee hin ba'u. maaloo qaamni qaqqabe jiru yoo jiraate poostii nuuf godhi eeruu nuuf haa laatanii!😭🥹

Qaamni arge kana irratti nuuf haa bilbilu. 0963588053
‎madda Alex Taye Muleta

13/08/2026

waliin fashion 🫶🏽🥰

waliin fashion 🫶🏽🥰0968250932Whatsapp telegram imo nuu arigachuu danidesuu Horraa bullaa irechaa order fudhadhuu egalera
08/08/2026

waliin fashion 🫶🏽🥰
0968250932
Whatsapp telegram imo nuu arigachuu danidesuu Horraa bullaa
irechaa order fudhadhuu egalera

oromoo culture waliin 🫶🏽🥰❤️
05/08/2026

oromoo culture
waliin 🫶🏽🥰❤️

waliin fashion
31/07/2026

waliin fashion

Address

Entoto Road
Addis Ababa

Telephone

+251968250932

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Uffata Aadaa Oromoo Waliin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana Uffata Aadaa Oromoo Waliin:

Shortcuts

Share