Seena kemal

Seena kemal Dubartii isii diin qabdu filadhu jedhan Rassuulli keenya Jaalatamaan S.A.W. Ammaas Amriin Shamarraniitiis, Amrii dhiiraa jala galti.
(1)

Jechuun koo Shamarraniis, Dhiira Diin qabu filachutti ajajamne.

𝗶𝗹𝗺𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗵𝗮𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗵𝗮𝗻 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗻𝗮𝗳𝗮𝘁𝗲✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️𝟏: 𝐃𝐮𝐧𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐀𝐚𝐤𝐡𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧𝟐: 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥...
29/06/2026

𝗶𝗹𝗺𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗵𝗮𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗵𝗮𝗻 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗻𝗮𝗳𝗮𝘁𝗲
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
𝟏: 𝐃𝐮𝐧𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐀𝐚𝐤𝐡𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧
𝟐: 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐐𝐨𝐫𝐦𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧
𝟑: 𝐮𝐮𝐦𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧 𝐮𝐮𝐦𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧
𝟒: 𝐅𝐨𝐨𝐪𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐫𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧
𝟓: 𝐃𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐓𝐨𝐨𝐰𝐛𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧

• 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚

𝟏: 𝐈𝐣𝐣𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐙𝐢𝐧𝐚𝐚
𝟐: 𝐁𝐨𝐥𝐨𝐥𝐥𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐒𝐡𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚
𝟑: 𝐖𝐚𝐚 𝐗𝐢𝐪𝐪𝐨𝐨𝐧 𝐐𝐮𝐮𝐟𝐮𝐮𝐧 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚
𝟒: 𝐈𝐦𝐚𝐥𝐭𝐮𝐮 𝐃𝐞𝐞𝐦𝐮𝐮𝐧 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚
𝟓: 𝐌𝐨𝐫𝐦𝐢𝐢 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐦𝐦𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐖𝐚𝐥-𝐃𝐡𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢

• 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐧

𝟏: 𝐃𝐚𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐄𝐞𝐠𝐠𝐚𝐝𝐡𝐮
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐆𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐮 𝐓𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚.

𝟐: 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐒𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐨𝐨𝐝𝐞 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮
𝐈𝐫𝐫𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚.

𝟑: 𝐎𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐓𝐨𝐥𝐚 𝐨𝐨𝐥𝐢
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮 𝐌𝐮’𝐮𝐦𝐢𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚.

𝟒: 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐋𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐭𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐬 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐚𝐣𝐚𝐣𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐞 𝐓𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚.

𝟓: 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐊𝐨𝐟𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐢𝐬𝐢𝐧,
𝐊𝐨𝐟𝐥𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐢𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐐𝐚𝐥𝐛𝐢𝐢 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐀𝐣𝐣𝐞𝐞𝐟𝐭𝐢.

• 𝐘𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐃𝐢𝐢𝐧 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦 𝐍𝐮 𝐁𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐬𝐢
Highlights for Children

✅️Sallu_Ala_Nabi⬇️
29/06/2026

✅️Sallu_Ala_Nabi⬇️

Naamusa Dubrtii islmaa Share godhaa *************************•| " Naamusa Akkaataa dhalaan Muslimaa Takka Mana Isiirraa ...
28/06/2026

Naamusa Dubrtii islmaa Share godhaa
*************************
•| " Naamusa Akkaataa dhalaan Muslimaa Takka Mana Isiirraa itti baahuu qabdu keessaa qabxii Muraasa " ⤵️
_______________________

•1.HIJAABA baldhaa qaamatti hin Maxxanne dheeraa Lafa gad gayu Uffachuu !

•2.Axira Godhachuu dhiisuu !❤️

•3.Yaroo deemtu kan batachaa karaarra Hin deemne suuta Naamusaan deemuu !

•4.Yooniif Jaartii Namaa Taate Yoggaa Manarraa gad baatu Hayyama Jaarsa isii Gaafatuu Yo Tan Hin Heerumin Taatees Hayyama Warra isii gaafachuu !

•5.Yoooniif Lafti isiin baatu baatu san lafa fagoo Taate Mahaarima Isiitiin Waliin Malee deemuu dhabuu !

•6.iddoo dhiirti itti baayyatturraa maqxee deemuu !

•7.Hayaa'a qabaachuun beekkamuu !

•8.IJA Isii dhiirarra gad qabachuu !

•9.Hanga Mana isiitti deebitutti Uffata isii Firraa baasuu dhabuu !

• 10.Yooniif kan suuqaa Waa bitattu Taate dhaabbattee dhiira Waliin dubbii baayyisuu dhabuudha." !🤍

🌟🌛

🥰🤷🥰
28/06/2026

🥰🤷🥰

Ergamaan Rabbii ۩ﷺ۩ 🥀🌷 Sallallaahu Aleeyhii Wasallam Akkana Jedhan Qur,anaa Rabbii Qara,a 📖 Quran,annii Rabbii Guyyaa Qi...
28/06/2026

Ergamaan Rabbii ۩ﷺ۩ 🥀🌷 Sallallaahu Aleeyhii Wasallam Akkana Jedhan
Qur,anaa Rabbii Qara,a 📖 Quran,annii Rabbii Guyyaa Qiyamaa Hiriyotaan Isaatiif Jarsumaa Bayuuf Rabbiin Biraa Dhufaa Jedhaan Rabbiin Qara,uu Nuuf Haa Laffisu inshallah 🌸🌹
Seena kemal

✅️Wanti ja'amu Hedduun osoo jiruu❤️    Akkaan itti ja'u dhabe🌷Sababni isaas Wantaan ani jedhu       Na jalaa hiikuu dand...
28/06/2026

✅️Wanti ja'amu Hedduun osoo jiruu❤️
Akkaan itti ja'u dhabe🌷
Sababni isaas Wantaan ani jedhu

Na jalaa hiikuu danda'an
Waan te'eef jecha malee jecha

  NABII Mohammad 👌💥
28/06/2026

NABII Mohammad 👌💥

🌳🖊Qaamni kee yoo   bare, wallaahi suusii sitti taha. Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Akkana jedhan namni wan kheeyrii tokko namatti g...
28/06/2026

🌳🖊Qaamni kee yoo bare, wallaahi suusii sitti taha. Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Akkana jedhan namni wan kheeyrii tokko namatti garsiisee Rabbiin karaa jannata isaa garsiisuu malee hin hafuu jedhaa 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐋𝐢𝐤𝐞♥️ 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 suusii hamtuudha! Al-tokko eegallaan keessaa bayuun ulfaataadha.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Yoo hojjachuun suusii sitti tahe jiruu tee keessaa BARAKAAN guutumatti fuudhamti. Wanni harki kee xuqe kamtuu BARAKAA hin qabu.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Qalbiin tee tasgabbii hin arkattu. Yeroo hunda miira gad-aantummaatu sitti dhagayama.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Eega bultii ijaartellee hojjachuun itti fufa. Maaliif Jaarsa fi jaartiin hedduun cheating walirratti hojjatan sitti fakkaata!
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Walumaa galatti, hojjachuun duniyaa fi aakhiraa tee balleessuu dandaya.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Anaa fi ati Kan barruu tana Haga xumuraatti dubbisees irraa Rabbi nuhaa tiiysu 🤲😭
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 follow gochuun_obbollewwaan_kessaan_Keeyriti_shaarakaa_ Gorsaa and DaعWaa hadisa Rāsūūlla ۞ﷺ۞ mimmiidhagoo jechootaa gaggaarii jechootaa Mimmi'aawoo baballisaa 💞
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta
busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii
اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••

Yeroo Obsi Kee Dhumachuuf Jedhu, Wanta Yoomiyyuu Dagachuu Hin Qabne Shanan (5) Kanaa dubbisii mee✍️​1. Callisii Qalbii K...
10/06/2026

Yeroo Obsi Kee Dhumachuuf Jedhu, Wanta Yoomiyyuu Dagachuu Hin Qabne Shanan (5) Kanaa dubbisii mee✍️

​1. Callisii Qalbii Kee Dhaggeeffadhu
Yeroo obsi dhumu, dhiphinni fi yaaddoon ni baay'ata. Haala kanaan dubbachuu fi murtoo dabarsuu mannaa, yeroo muraasaaf callisi. Bakka dhuunfaa kee ta'i, ol jedhii afuura dheeraa baafadhu. Callisni yeroo dhiphinaa dandeettii obsa kee deebisee siif ijaara.

​2. Akka Nama Taate fi Humni Kee Daangaa Qabu Amani
Ati humna hundumaa dandeessu hin qabdu; nama waan taateef ni dadhabda, ni aarta, ni dhiphatta. ni dhukkubsata kanaf Miira kee kana dhoksuuf hin yaalin. Allaah duratti dhihaadhuu dadhabbi kee fi haala kee hundaa itti himadhu. Inni nama dadhabeef humna kenna.😢

​3. Wanta Amma Jijjiiruu Dandeessu Qofa Irratti Xiyyeeffadhu
Dhimmoota jireenya keessatti si mudatan keessaa garii isaanii jijjiiruu dandeessa, garii isaanii garuu humna keetii ol. Wanta humna keetiin ala ta'e dhiisii, dhimma amma harkaa qabdu gabaabsii ilaali. Jireenya addaan kuttanii guyyaa guyyaan, sa'aatii sa'aatiin dabarsanii tarkaanfachuun obsa siif kenna.

​4. Zikrii fi Du'aa'iitti jabaadhu
Qalbii namaa kan tasagabeessu zikrii Allaah ti. Yeroo obsi kee dhumu, arraba kee zikriidhaan jiisi. Keessattuu jechoota kanneen baay'isi:
​"Laa hawla walaa quwwata illaa billaa" (Humnaa fi dandeettiin Allaah malee hin jiru).

​"Yaa Hayyu yaa Qayyum bi rahmatiqa astagiis" (Yaa isa jiraataa ta'e, rahmata keetiin gargaarsa kee jala deema).

​5. "Kunis Ni Darba" Jedhii Ofitti Himadhu
Yoomiyyuu yaadadhu, addunyaa kana irratti gaddi ykn dhiphinni dhaabbataa ta'e hin jiru. Gaddi qormaataa dhufe kunis bor seenaa ta'ee ni darba. Obsi kee dhumachuun itti fufiinsa milkii keetii akka hin hanqisne, "Har'as ni darba" jedhii abdii kee eeggadhu.

​"Dhugumatti, rakkoo waliin laafinni jira."
— (Suuraa Al-Inshirah: 5)
​Obsa fixachuu jechuun mo'amuu jechuu miti; dadhabanii hafuura deeffachuu dha. Jabaadhu, ammas tarkaanfii kee hin dhaabin! yaa Rabbii Amarii jabaate nuf Laaffisii 🤲✨

Address

Harar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seena kemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share