18/03/2022
Seenaa dhugaa tokkoo mee waliin hadubbifnuu............
Yeroon isaa gannaa turee .loltoota mooraa tokkoo keessaa jirachaa turaan keessaa inni tokkoo siree isaa irrattii waaqa isaa kadhataa turee !!
Ajajaan isammoo siree mataa isarraa ciisee jiraa turee .
Akkaa loltuun inni sun waaqa kadhachaa jiruu yommuu arguu bayyee haaree dhekkamuu irraa kan ka'ee kophee isaa kan dhoqqeen balleessee fuudhee darbatee namichaa ittiin dha'ee. Kanuumaa keessaa immoo otumaa dhugaa qabuu cal jedheedhiisee.wantii namaa dhibuu callisuu isaa qoofaa mitii .... ganamaa gaafa ajajaan isaa hirribaa ka'uu kopheen isaa lamaan miccamanii ,dibataa dibamaniihalaan midhaganii argee.
Eenyutuu qulqullesseef??????
Namichaa isaa edaa ittiin dha'ee sanakaa.
Dhamsikoo....
Walumattii qabaattii namaa siyakkee tokkoof gaarii gochuun ulfaataa fakkatuus firiin isaa garuu miyaa'adhaa.
Maqaa namaa ballessuun ,dhoksattii namaa hamachuun ,ofbakoksuun ,garadhabuun isiin gidduu jiraa ta'aa jedheen sodaadha.2Qor12:20
HAMIIN MAALII????
Hamiin malattoo jalalaa yookaan gorsanii dogoggora irraa namaa qajelchuu mitii.Namaa jallachufii isaa kufeegorsaanii jajjabessanii laafaa kaasuun malaa waqayyoo yoo ta'uu, jibbafi isaa dadhabee hammeessaanii maqaa balleessuun amalaa isaa hamaa sanaa .Amala seexanattii.
HAMIIN MALIRRAA MAADDAA???
1.Akkataa ittii guddataan irraa
2.Maatii keessaattii guddataan irraa
3.Biyyaa fii hawasaa keessattii guddataan irraa
4.Walittii dhufenyaa namootaa garii wajiin dhabuurraa.
5.Hinaffaa fii tuffii irraa
6.oftuluummaafii of mi'eessuu irraa.
7.Abdii kutannaa,muldhataan duu'uu irraa
8.Ofii fudhatamaniiisaa tokkoo fudhatamummaa dhowwuu irraa.
9.Dubbii lugamaa hin qabnee irraa.
10 Waan gaarii namaaf yaaduu fi hawwuu dadhabuu irraa fi
11.Anatuu caalaa irratii.
Waan nacaqastaniif galatoomaa
Maaddii A.B irraa