Melaku Regasa Robi

Melaku Regasa Robi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Melaku Regasa Robi, Asebe Teferi.

Oloompiikii Paaris 2024 gaggeeffamaa jiru hordofee   biyya meedaaliyaa warqee jalqaba injifatte taate. Olompiikicharratt...
28/07/2024

Oloompiikii Paaris 2024 gaggeeffamaa jiru hordofee biyya meedaaliyaa warqee jalqaba injifatte taate.

Olompiikicharratti dorgommii qawwee dhukaasuutiin Kooriyaa Kibbaa injifachuun Warqee argattee jirti.

Akkasumas olompiikii bara kana gaggeeffamaa jiru irratti meedaaliyaawwaan 329 dorgomtootaaf kan qopho'an ta'uu ibsameera.

Addunyaarratti namoonni miliyeena tokkoo ol ta'an waggaatti dhibee Heppitaayitasiin akka du'an ragaan Dhabbata Fayyaa Ad...
28/07/2024

Addunyaarratti namoonni miliyeena tokkoo ol ta'an waggaatti dhibee Heppitaayitasiin akka du'an ragaan Dhabbata Fayyaa Addunyaa ni agarsiisa.
Dhibeen Heppitaayitas maalidha? Akkamiin nama qaba?

Waa'ee sigiga lafaa Godina Jimmaatti mudate hanga ammaa kan beeknu kunooti.Rooba hamaa torban Dilbata darbe galgala godi...
28/07/2024

Waa'ee sigiga lafaa Godina Jimmaatti mudate hanga ammaa kan beeknu kunooti.
Rooba hamaa torban Dilbata darbe galgala godina Jimmatti roobee hordofee Aanaa Gommaa Ganda Oomaa Funxullee fi Ganda Qadaamayeetti sigiga lafaa mudateen miidhaan qabeenyarra gahuu fi jiraattoonni bakka jireenyaasaanii buqqa’uu aanga'aan naannichaa BBCtti himan.

S  O  O  L  A  N  E  E 📽️ Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa  5 STAR FILM PRODUCTION waliin ta'uun Yeroo dhiyootti.Harka fuune ...
13/07/2024

S O O L A N E E 📽️
Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 5 STAR FILM PRODUCTION waliin ta'uun Yeroo dhiyootti.

Harka fuune akkam jirtu sabni Oromoo Biyya keessaa fi Biyya alaa jirtan Marti nageenyi keenya bakka jirtanitti isin Haa qaqqabu jechaa , dadhabbii fi bu'aa bahii hedduu nu mudate irraa kan ka'e Fiilmii Keenya SOOLANEE jedhu isin biraan gahuuf Yeroo dheeraa nutti fudhatus galanni Waaqayyoof haata'u jechaa Amma kunoo Eebbaaf qophoofneerra .

Bakki Eebbaa Elilly International Hotel
Guyyaan Adoolessa 6 / 2016 ykn July 13/2024
Jaalattoonni Artii Marti bakka argamanitti Sirna Hafaa Diimaadhaan ni Eebbifama akkasumas Sagantaa OSFANA 2024 irrattis Fiilmii SOOLANEE qabannee Dhufaa jirra.
Nu Simadhaa 🙏🏼

5 Star Film Production

25/04/2024
18/04/2024

Premier League Results.Burnley 0-5 ArsenalFulham 1-2 Aston VillaNewcastle 2-2 BournemouthNottm Forest 2-0 West HamTotten...
17/02/2024

Premier League Results.

Burnley 0-5 Arsenal

Fulham 1-2 Aston Villa

Newcastle 2-2 Bournemouth

Nottm Forest 2-0 West Ham

Tottenham 1-2 Wolves

Earlier: Brentford 1-4 Liverpool

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Melaku Regasa Robi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Melaku Regasa Robi:

Share