19/10/2021
Abbush afaan saaqqate!
"𝘏𝘰𝘯𝘨𝘦𝘦𝘯 𝘶𝘶𝘮𝘮𝘢𝘵𝘢𝘯 𝘬𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢𝘢 𝘣𝘢'𝘦 𝘶𝘶𝘮𝘮𝘢𝘵𝘢 𝘉𝘰𝘰𝘳𝘢𝘯𝘢𝘢 𝘮𝘶𝘥𝘢𝘵𝘦, 𝘢𝘯𝘢𝘢𝘯𝘪𝘴 𝘯𝘢 𝘨𝘢𝘭𝘤𝘩𝘢 𝘸𝘢𝘢𝘯 𝘵𝘢'𝘦𝘦𝘧 𝘸𝘢𝘢𝘯 𝘥𝘢𝘯𝘥𝘢'𝘶𝘶𝘯 𝘣𝘪𝘳𝘢 𝘥𝘩𝘢𝘢𝘣𝘣𝘢𝘥𝘩𝘢" jechuun
Dachee goge sana irratti margi deebi'ee akka irratti biqiluuf... imimmaan isaa ittiin beekamu qaamaan argamee irratti roobsuuf waadaa galeera..oduu jedhun eegaa jira! 🙂