Daldalaa w/gala d/dollo

Daldalaa w/gala d/dollo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daldalaa w/gala d/dollo, Baby & children's clothing store, Oromiya, Dembi Dolo.

29/06/2026
29/06/2026

jiraattota magaala dambi dollof naannoo isheti argamtan hundaf dhabbatti daldalaa hojii wali gala dambi dollo hojii qulqullufi haqaa qabbessa sini walin hojjechuf achi as ba.e jira kanaafuu bittaf gurgurtaa barbaddan kamiifuu nu qunnamaa kan isinin Jennu kabajaa guddaa amanamuma guddaadhani.
hojiin keenya bittaf gurgurtaa karaa haqaa qabeessa fi amanamuma qabuu hojjechudha.
karaa kenya kan fayyadamuu dandessan
biitta mana yoo barbadan yokin kan lafaa
gurguru kan barbaadanis nu qunnamu dandessu
konkoolata bitufis tae gurguruuf
kirreffachufis nu qunnamu dandessu.
haqaan isin kessumeessina nu qunnama.
page kana follow share gochuun nu bira dhabbadhan
dhaamsa keenya.
bilb +251969188140
nu bilbilaa

Address

Oromiya
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daldalaa w/gala d/dollo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share