Hundaaf Toli

Hundaaf Toli Life is Hard But Not Impossible

20/10/2022

Maashaa Allah

04/10/2022
04/10/2022

Garaa Nama Balleeyssu

Rabbiin jannata haa kennuuf

28/09/2022

Yaa Allah

Waraanni meeshaa du'aa, beela, qe'ee irraa buqqa'uu fi gaaga'ama malee meeshaa misoomaa miti!" Dhaadannoo dubartootaa ha...
15/09/2022

Waraanni meeshaa du'aa, beela, qe'ee irraa buqqa'uu fi gaaga'ama malee meeshaa misoomaa miti!" Dhaadannoo dubartootaa har'a Finfinnee keessatti!

Dubartoonni har'a magaalaa Finfinneetti hiriira bahuun waraana kana mormuun fedhii nageenyaa qaban ibsataniiru.

Hiriira dhaabbileen hawaasa siivikii, waldaalee lammummaa fi networkii Timraan, Sihaan fi Newwaan qopheesse irratti dhaadannoowwan 'Waraanni furmaata miti' fi 'Namummaan dubartootaa dirree waraanaa miti' jedhu mul'ateera! Kun waan gaarii dha, kun sagalee harka caaluu fi fedhii! Haa dhaga'amu!🔊

Shurrubbee ko Ahii lafee laaga Danqarte nu goote
12/09/2022

Shurrubbee ko Ahii lafee laaga Danqarte nu goote

Taajuu Shurubee ko Yaa Nama koo An Hawwin koo maati jaalala Taatanii Akka Waliin Arrii filattaniin Hawwa Ture Haasidaa f...
12/09/2022

Taajuu Shurubee ko Yaa Nama koo An Hawwin koo maati jaalala Taatanii Akka Waliin Arrii filattaniin Hawwa Ture

Haasidaa fi histiin Sheeyxaana fi Namaa isin galaafatte

Baga Bar Haaraa geessan
10/09/2022

Baga Bar Haaraa geessan

Address

Ethiopia �
Dire Dawa

Telephone

+96899480177

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundaaf Toli posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share