Shamshaddiin nagada

Shamshaddiin nagada As gubbaa waantoota gaggaariitu jira Achumaan youtube koo SUBSCRIBE,like and share godhaa GALATOOMA

22/12/2022

==========Nagaan Boqadhaa Abaa Gadaa Duraanii =====
================Aagaa Xenxenoo===============
==========================================
Jabaa namaa, hayyuu sabaa kan Gadaa deebisanii beeksisuu keessatti adda dureen qabsaa’aan Abbaa Gadaa duraanii Aagaa Xenxenoo !! Eebba isaanii bareedaa san eentu dagata? Bara heddu waan heddu nu gorsaa kan turan, qabsoo finiinsuu keessattis shoora guddaa kan taphatan. Duuti hin ooltu, ammas gameessa sabaa dhabne. Biyyoon itti salphatina. Maatii, firootaafi saba bal’aaf jajjabina hawwina.

22/08/2022
01/08/2022

Callisuun dubbachuu🗣️ caalaa sin miidhu!
Yeroo tokko hayyuun amantii Islaamaa
~ Umar Ibn Al Khattab (may Allah be pleased with him)waa'ee callisuu akkana jechuun ibse ture...
" Takkaa callisuu kiyyattii gaabbee hin beeku, garuu guyyaa hedduu dubbachuu kootti sheenaweera" jechuudhaan akka armaan gadii kanattiis gorseera!

10 tti CALDHISI

1. Yeroo Qur'aanni Qara'amu Caldhisi. Yeroo Kan Si Uume Sitti Haasa'u Caldhisuun Milkaa'ina.

2. Dhibee Kee Dubbattee Nama Si Hubachuu Hin Dandeenye Biratti Caldhisi.

3. Waan Haasoftu Irratti Beekkumsa Yoo Hin Qabaanne Caldhisi.

4. Wollaalaa Akka Wollaalaa Ta'e Wollaale Biratti Caldhisi.

5. Haasofni Kee Sababa Waa Diiguu Akka Ta'e Gaaf Hubatte Caldhisi.

6. Yeroo Arrabni Kee Hammeenya Nama Biroo Dubbachuuf Jarjaru Hin Dubbatinii Caldhisi.

7. Yeroo Nama Aaree Sitti Fiigu Bira Geette Caldhisi. Wanti Nama San Qabbaneessu Caldhisuu Kee Qofa.

8. Yeroo Namni Gaarii Fi Yaadni Isaa Si Caalu Haasa'u Caldhisi.

9. Yeroo Namni Waa Si Barsiisu Caldhisi. Afaan Jecha Dhangalaasuun Jechi Hin Seenu Waan Ta'eef.

10. Bakka Caldhisuun Haasa'uu Caala Gatii Qabutti Caldhisi.🤔

30/07/2022

Công cụ live stream video có sẵn lên Facebook, Youtube không cần cài đặt phầm mềm, không cần cắm máy

30/07/2022

Address

Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shamshaddiin nagada posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shamshaddiin nagada:

Share