Najat muktar

Najat muktar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Najat muktar, Women's clothes shop, Agaro jimma, Jimma.

19/12/2023
19/12/2023

Bonaafi Ganna Oomishuun Oomishaafi Oomishtummaa Dabaluun Wabii Nyaataa Mirkaneessa
-------
Waggoottan dheeraaf seenaan qonnaa biyya keenyaa hirkattummaa roobaa irratti kan hundaa`e ture. Kun immoo waggaatti yeroo tokko qofa oomishuu dha. Kanaan immoo wabii nyaata lammiilee hundaa mirkaneessuun hin yaadamu.
Yeroo dhiyoon asitti immoo hojii qonnaaf hirkattummaan roobaa hafuun jallisii ammayyaa babal`isuun naannoo gammoojjiifi horsiisee bulaa kutaalee Oromiyaa hunda keessatti hojjetamuun waggaatti yeroo lamaafi isaa ol oomishamaa jira. Kanaanis oomishaafi oomishtummaan dabalee jira.
Godina Wallagga Lixaattis qonnaan bultoonni bonaafi ganna walitti fufiinsaan oomishuun wabii nyaataa mirkaneeffachuun dinagdeen akka guddataniif pirojektiin jallisii ammayyaa 8 bara kana qarshii biliyoona 1fi miliyoona 43fi kuma 374 oliin hojjetamaa jira.
Pirojektii hojjetamaa jiru kanaanis lafti hektaarri kuma 6 ol misoomuu kan danda'u yoo ta'u, qonnaan bultoota abboota warraa kuma 24 fayyadamoo kan taasisuu dha. Pirojeektota 8 kana keessaas 2 xumuramuun tajaajila kennuu jalqabanii jiru. Pirojeektonni 5 haala gaariin hojjetamaa kan jiran yoo ta'u pirojeektiin 1 immoo hojiin isaa yeroo ammaa eegalee jira.

30/11/2023
30/11/2023

Address

Agaro Jimma
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Najat muktar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share