ABUSH fashion

ABUSH fashion Abush fashion african dress , men cloths ........

Abush fashion 09137760790973820016
03/08/2024

Abush fashion
0913776079
0973820016

AbushFashion09737200160913776079
29/02/2024

Abush
Fashion
0973720016
0913776079

03/11/2023

Baala Gizee boru galgala sa'aa 12 irratti Ella Records jalatti isiniif gad lakkifama..
Yosan Getahun eeggachuun dadhabe ❤️

Abush fashion09737200160913776079
13/10/2023

Abush
fashion
0973720016
0913776079

11/10/2023

Weellisaa gidduu kana ajandaa Jaraa ta'aa tureera. Keessumaa immoo sirbi inni "Yaa jaldeessa Gondorii suuta suuta fokkori" jedhu mataa bowwuu itti ta'ee miidiyaan #360 jedhamu waa'eema kanaa xiinxalaa tureera. Tiiktookaroonni Jaraas viidiyoo isaan waraabanii miidiyaa kanarra naannessaa turan walumaan argaa turre. Miidiyaan jedhamu duula itti banuun sirbi isaa kan "Yaa Dammallaashi" jedhu akka Youtube irraa haqamuuf "Hate speech" jechuun duula report godhanii, dhaabbanni Youtube Sirbicha haqe. boodarra ogeessonni gara garaa sirbichi Jecha jibbiinsaa akka hin taane barreessanii youtube irratti deebisaniif.

Warri dhageettii qabanu immoo "Gondariin arrabseera... Uummata Gondariin jaldeessa jedhe... Kabaja keenya tuqe waan ta'eef gatii isaa argachuu qaba... Ijoolleen jaraa Finfinnee keessa jirtanu dhimma kana fala itti gochuu qabdu.." jedhanii Teessoo fi naannoo inni jiraatu waliin dubbachaa turani.

Guyyoota 2n kanas bilbila gara garaatiin itti bilbilanii sod**chisaa turani. Eda halkan immoo gurmaa'anii Sa'a 8:00tti namoonni eenyummaan isaanii hin beekamne mana jireenyaa isaatti dhagaa guuraa akka bulan dhageenye. Kun wanti yaadame tokko akka jiru akeeka. Ormi Oromoo waan taaneef karaa hundaan nutti duula. Nuti kan isaanii dhiisnee walirratti duulla. Ijoolleen keenya kanneen naannoo Iskindir jiraatu jirtan quba qabaadhaa. Obboloonni koo kan Artii keessa jirtan ija hin bu'inaa. Yeroo deemtanu, nyaattanu, dhugdanus of hin gatinaa. Sochii keessan tolfadhaa...!

Address

Sebeta
Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ABUSH fashion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ABUSH fashion:

Share