A B Oro Peg .com

A B Oro Peg .com umataa ormoo qofaaf akaa fayyaduu abdiin qaba haqaa kofii kan umata kolee yoomuu lalabuu hin dhisuu

06/07/2023

Halkaan Jumattaa
๐Ÿ‘‡
๐’๐š๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐€๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐›๐ข๐ขโ™ฅ๏ธ๐Ÿ–ค๐Ÿค๐ŸŽคโœ๏ธโฃ๏ธ๏ทบโฃ๏ธ
๐Ÿ™

Weellisaa   (Teenaammuu) jabaa ilma Warqituu, ammaan dura sirboota aadaa Walloo sirbuun kan beekamu, boodarra gara Waraa...
05/07/2023

Weellisaa (Teenaammuu) jabaa ilma Warqituu, ammaan dura sirboota aadaa Walloo sirbuun kan beekamu, boodarra gara Waraana Bilisummaa Oromootti makamee leenjii loltummaa fudhachuun isaa ni beekama. Akka carraa harka diinaa bu'uun dararamaa ture. Achittis gidiraa fi roorroon addaa addaa erga isa miitee, dhukkubarraa dandamachuu dadhabuun lubbuun isaa darbitee jirti.

Rabbi lubbuu isaatiif boqonnaa gaarii haa kennu. Maatii fi firoottan, akkasumaa Oromoonni qabsaa'aa kana dhabdan hundi jajjabinan isiniif hawwa!

)

01/07/2023

Kan Maallaqa Du'a isaatiin Saammachuuf fiigu Malee Nama Haqaa fi Gumaa Haacaluu Barbbaadu Argginee Beeknu Waan Taheef Nu Ilmaan Oromoo Hunda Garaan keeenya Nu Madaa dha Mucaa Foon qirccaa Godhatan ๐Ÿ‘Œ

Saphaloo Kadiir hayyichi baha Oromiyaatii  biqile kun kitaaba mata-dureen "KAASA AREERAA je'u qabatee as baheeti jira. A...
01/07/2023

Saphaloo Kadiir hayyichi baha Oromiyaatii biqile kun kitaaba mata-dureen "KAASA AREERAA je'u qabatee as baheeti jira.

Akkuma mata-duree irraa gartan kitaabni kun kuusaa Walalooti. Ammoo walaloo tahee fi dhiisee bulleet laalla.

Duuba, jaarsa ganna 200 khana wanti adda isa godhu dhaloota dhufu kamittuu update and upgrade if godhee tarkaanfatuu dandahuu isaati. Saphaloo'n warra Dargii waliinis dalage; joollee Yaadig waliinis akka jabbitti burraaqetuma dalagutti jira.

Sapaloo sittin haajamaa eessattin sitti dhufa hin jettuun isaan. Saphaloo sittin haajamee 'koottu' jettaan malee.

Saphee, baga milkooyte.

01/07/2023

๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ค๐™ค ๐™ƒ๐™ช๐™ฃ๐™™๐™ž๐™ž ๐™†๐™–๐™ฃ๐™– ๐™Œ๐™ช๐™—๐™– ๐™Œ๐™–๐™—๐™–๐™– ๐™‡๐™–๐™–๐™ฉ๐™–?
Erga shirri araara Odola Tanzaniyaa sun kufee asi impaayerri kun WBO gole Oromiyaa keessaa balleessuf waraana Kibbaaf Izzi Ja'aa jalatti
เผ„Kutaa Waraanaa 6
เผ„Kutaa Waraanaa Ripabilikaan Gaardi 2
เผ„Kutaa Waraanaa Koomandoo 6
Oromiyaa keessatti bobbaasun lola waliirraa hin cinne gochaa jira.Haa ta'uuti garuu "Tiitissi baayyatteef qadaaddii hin buqqistu" akkuma jedhamu WBOn toftaa lolaa ishee dursee wan itti dammaqeef iddoo hundaatti irra aanun milkaaha jira. Impayeerri kana hubatee gidduu kana iddoo tokko tokkotti humna qileensa fayyadama jiraachun isa barameera.
Ololli hedduuniis kallattii hedduun WBO irratti banamee Akka deemaa jiruus barameera
OROMOON MARTINUU bakka jirtanii Waraana keessan jabeeffachuu irratti xiyyeeffachuu Halkanii Fi Guyyaa Hojechuu Qofaatu furmaata
Ajandaa tokkollee hin dhageeffatinaa

Waliin Jiraachuun Qoftti Gayaa Miti Maaliif Akka Waliin Itti jiraannu Beekuu Qabna Haadha Mana fi Abba Mana Yaada Walii ...
01/07/2023

Waliin Jiraachuun Qoftti Gayaa Miti Maaliif Akka Waliin Itti jiraannu Beekuu Qabna Haadha Mana fi Abba Mana Yaada Walii Kabaju Kan Yaada Walii Hubatu Kan Jireenya Ofii Nagayaan Jiraatu Kan Wal Hin jeeqnne Jireenya Keessatti Wal jeequun Akka Ofiin Of Ajjeesutti Laalama Balaa Guddaa Dha Gaga,ama Guddaa Dha Namni Waliin Galmma Hin Gayu Karaa Dheera Waliin Deemuu Hin Danddayu Namni Wal jaallattan Jiruu Waliin jiraattan Hundi Waanttiniin isiniif Dhaamu Yoo jiraate Wal jeequ Sababa Hin jirre Uummachaa Mataa Wal Garagalchuu Jireenya keessanitti Taphachuu Ofumaa Jireenya Keessanitti Diina Tahuu Dhiisaa Jireenya Keessan Wal Kabajaa Jaalalaa fi Nagayaan jiraadha Lolli Akkuma Biyya tokkof Gaga'ama Guddaa Tahe Jiruu Bulttii Namatiifiis Lolli Gaga,ama Guddaa Dha Beekaa ๐ŸฆMudaan muddii family Rabbiin Isin Haa jiraachisu

01/07/2023

Waan keessa jirru nu Warra Keessa jirruutu beeka
GARUU Namoonni waan dhaga'anii Fi Waan itti fakkaate dubbatan YAA OROMOO โ€ผ๏ธ

27/06/2023

Aangoon Mooraa Qabsoo keessa hin jiru dirqama malee๐Ÿ˜Š Jaartiin anii Aangoon fedha jetti Ayyii

18/04/2023

Address

Oro Peg
Al Faisaliah

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when A B Oro Peg .com posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to A B Oro Peg .com:

Share