Hiriyaa koo

Hiriyaa koo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hiriyaa koo, Women's clothes shop, 6 October City, 6 October City.

19/03/2026

''Mootummaan akka Iraan oomisha niwkilaaraa dhaabu diddu, rakkoo naannoo sanaa qofa osoo hin taane Ameerikaaf kallattiin yaaddoo dha, bilisummaafi qaroo

Vinicius jr.Yeroo debbatu. Guyyaan jibbisiisaan Akka Guyyaa  Croatian injifatamnee san jireenya koo keessatti na qunname...
11/12/2022

Vinicius jr.Yeroo debbatu.

Guyyaan jibbisiisaan Akka Guyyaa Croatian injifatamnee san jireenya koo keessatti na qunnamee him beeku Jedha.

Dirree irratti , mana Uffata jijjiirra keessatti, kophaa koos,Xiyyaara keessatti,ergan gara Brazil galees boohuufiin deema Jedha taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaaleessa Brazil vinicius jr.
Guyyaan jibbisiisaan Akka Guyyaa Croatian injifatamnee san jireenya koo keessatti na qunnamee him beeku Jedha.

11/12/2022

Hiriyaa koo
Hayat husen jedhamaa kanaan dhalaadhe magaala jimmaa sarboo jedhamutti
kaan ittii gudadhee wallagaa bahaa magaala nekmte ganda 02

Ammaa Egypt cairon jiradhaa haa taa'u iyyuu maale baqattumaa waggaa 7 ol jiraadhera

Jiruu baqattuma kuun anaaf hiriyaa baay'een jalaadhu tokko wal naa barsisee hiriyaan koo kuun anaaf obboletti harmee koo obbollessa koo hiriyaan koo kun

Maqaan ishee sayida jedhaamtti dhalaattu magaala jimmaati haa taa'iyyu maalee wal baruun keenyaa waggaa 5 ol yoo taa'u
Hiriyaan koo kuun yoo an mufaachise guyyaa tokko nattii darbitee hin bakkaa hojii waggaa 5 ol manumaa tokko keessa wajjin hojechaa turee yeroo aan jalaale koo wajjin wal loolu bakkaa jalallee koo buute naa sosobdi akkasumas yeroon wan tokkoo aare illee daaftee naa irratti beekti ufaata nun uffaannu yeroo hundumaa uffaannu wal fakkaata yookin much jedhamuu garuu maal goodhaa 😒

Guyyaa tokkoo bakkaa bashanana deemnu malee Naan jette guyyan isaa jun29 /2022 Ijaaza baane waan mana jirruuf eshy jedheeni guyyaan sun silkiin baayee bilbilaamaf turee fuulaa ishee irraa gammaachun hin jiruu bakkaa bashanaa deemnes haa taa'uu malee galgalaa sanaa yeroon gessee karaa manaa deemnee 😢

Garuu anii hin beekuu maale anaaf isheen wal argaan keenyaa isaa dhumaa ture

Sayidaaf yeroon bilbiluu ganamaa silkiin ishee hojetuu boo'ichi koos waa naaf fiduu dadhaabee maal goodhu eenyuttis himu hojis dhaabe beqaa jedhen turee July 28 2022 bilbilaa anii hin beekne yeroo naaf bilbilaa hayat hayat Nan galemi Nan jette anii mana galtee jedhee yeroo baayee gammaadus

Mana miti italidha anii waan dubadhu dhabuus yeroo sanaaf gammaachun koo ergaasi akkaata ittin ibsuuf dhabee

Sayida koo sin jallaadha hiriyaa koo bakkaa jirtutti nagaa naaf taa'i
Hayat from Egypt cairo

09/12/2022

Hiriyaa koo kutaa 2ffaa ...

Address

6 October City
6 October City

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hiriyaa koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share