Masno Harar

Masno Harar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Masno Harar, Baby & children's clothing store, Adama.

Nagayati Bay Du,e jira jedhan kuniis Dubbiin Waan Ajaai baati 🤔👏👏👏👏👏
02/03/2026

Nagayati Bay Du,e jira jedhan kuniis Dubbiin Waan Ajaai baati 🤔👏👏👏👏👏

02/03/2026
02/03/2026
WAA SADII" KANAN BOHAARAA!**************************************Waa sadii ilkaan malee nama nyaata1 Yaada2 Jaalala3 inaa...
29/11/2023

WAA SADII" KANAN BOHAARAA!
*************************************
*Waa sadii ilkaan malee nama nyaata
1 Yaada
2 Jaalala
3 inaaffaa

ILMI SADII
1 Kan abbaa caalu
2 kan abbaa dhaalu
3 kan abbaa dhaanu

* Waa sadii waa sadiirraa eegan garuu isumaan eegan
1,Dargaggeessa shamarree irraa eegan garuu isumaaf eegan
2,waraabessa harree irraa eegan garuu isumaaf eegan.
3,Dubarti gumbii irraa eegan garuu ishumaaf eegan

* waa sadii waa sadiin tola.
1,Haasawan hiriyaan
2,Hojiin karooraan
3,jaalalli amanamummaan
Masno Harar
* Ani sadiin beeka sadii waaqatu beeka.
1,Hamman nama jaaladhu beeka,hamma namni na jaalatu waaqatu beeka.
2,Bor akkan hojjedhu beeka,waanan hojjedhu waaqatu beeka.
3,Akkan du'u beeka,guyya isaa waaqatu beeka.

* Waa sadii hin dagatin
1,Eessaa akka kaate
2,Eessa akka jirtu
3,Eessa akka dhaqxuu.

*Waa sadii nu haa baraaru
1,Jaarsa dhugaa dabsu
2,Bishaan dhagaa cabsu
3,Nama nama arrabsu

GALATOOMAA!

Address

Adama

Telephone

+251258809884

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Masno Harar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share