08/09/2024
Qaammee 3
Guyyaa Birmadummaa
Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf !
Barii jijjiiramaa irraa eegalee birmadummaa dhiigaan gonfanne tiksaa guddina biyya keenyaa dafqa keenyaan guutuu taasisuuf xiyyeeffannoo addaatiin hojjetamaa jira.
Kanaanis birmadummaa keessoofi alaa karaa madaala isaa eegeen tiksaa birmadummaa dinagdee mirkaneessaa; daneessummaa birmadummaa hunda galeessaaf utubaa taasifamee injifannooleenis galmaa’aa jiru.