GPN

GPN Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from GPN, Women's clothes shop, East Africa, Adama.

13/03/2020

Dhibee korona irraa of haa eegnuu

13/03/2020
13/03/2020

OBN Bit.04/07/12-Godaansa Seraan alaa hambisuuf Biiroo Dhimma hojjataa fi hawaasummaa Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Holataatti hawaasa fi qaamoolee dhimmi ilaallatu walin mari'ataa jira.

Godaansii seeraan alaa kabaja lammi fi sabaa gadii buusuun alatti dhiibbaa Siyaasaa,Haawaasummaa fi Diinagdee qaqqabsiisa jedhan Kantibaan Bulchinsa Magaalaa Holataa Obbo Utukaanaa Odaa.
Qorannoon maris hirmaattotaaf dhiyaate

Balaayi Tasammaatu gabaase.

11/02/2020

Akkam jirtan Hordoftoota page ???
Assalaamualeykum worahmatullahi wobarakaatuhuu

Galamsiyyii Rakkinoota bu'uraalee misoomaa kanneen akka ifaa bishaan fi kkf furuuf akka isiniif hojjetu bulchiinsa magaalaa keessanii ka'aatii gaaffadhaa dirqama keessanis bayadhaa??
Galatoomaa!

11/02/2020

Hashamaa

24/03/2019
07/03/2019

Hawaasa magaala
Galamsoofi naanno
isheettiif sosochiin
Hiriira guddichaa
godhamaa waan
jiruuf hirmaannaa
haa cimsinuun
dhaamsa qeerroo
habrooti

17/02/2019

M/Gelemso Rakko ifaa
bishani Ne'orkin dararama
jirti

Address

East Africa
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GPN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share