Seenaaf Design

Seenaaf Design design sell

21/01/2023

የአሃዳዊያን አስተሳሰብ የተላበሱ #ፅንፈኞች እናት ሀገራችንን ዋጋ እያስከፈሉዋት ይገኛሉ። የትኛውም የኢትዮጵያ ብሔር ከሌሎች ወንድሞቹ ጋር በሰላምና በመከባበር መኖርን እንጂ ሌላውን የመግፋት ሀሳብ የለውም! እነዚህ የአፄው ስርዓት ናፋቂ አሃዳዊያን ፅንፈኞች ግን ብሔር ብሔረሰቦችን ጨፍልቀን እኛ እንገዛቸዋለን ብሎ ተደራጅቶ እየሰሩ ይገኛሉ!

እኛ ጨፍልቀን ያልገዛናት ሀገር ትፍረስ የሚል አስተሳሰብ ይዞ የሚንቀሳቀሱት እነዚህ ቡድኖችና ግለሰቦች ውስጥ ተደብቆ እኩይ አላማቸውን ለማሳካት ስሞክሩ ይታያሉ። የኢትዮጵያ ህዝብ እነዚህን ሀይሎችን ለፀጥታ አካላት አሳልፎ በመስጠትና ከለላ ሰጥተው በውሰጡ እንዳይደበቁ በማድረግ ሀገሩን ከውድቀት ልታደግ ይገባል!

Miirri kun Dirqama hojii qofarra hin maddu , Jaalala Oromummaa Aada ofiitif qabanif yoo ta'e malee , Gaazexessitoonni Of...
02/10/2022

Miirri kun Dirqama hojii qofarra hin maddu , Jaalala Oromummaa Aada ofiitif qabanif yoo ta'e malee , Gaazexessitoonni Of qusaannoo malee , Onnee Guutuudha Of kennitanii Gabaasa Ayyaana Irreechaa Hojjattan Galata Qabdu !
Miira Addaa Fi kabaja Oromummaa keessanif qabdantu sinirra ifa!
!

Oromummaa
01/10/2022

Oromummaa

06/06/2022
Barattoonni Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Magaalaa Buraayyuu Oommisha maatii namoota dirree waraanaa jiranii sassaaban..K...
06/12/2021

Barattoonni Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Magaalaa Buraayyuu Oommisha maatii namoota dirree waraanaa jiranii sassaaban..
Kallattii BBOfi Ministeerri Barnootaa kaa'aniin barattoonni manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa biyyattii keessatti argaman duula birmadummaa biyyaa geggeeffamaa jiru deeggaruuf midhaan sasaaabuu, galaa qopheessuufi hojiiwwan humni isaanii danda'e kan birootti akka hirmaataniif Sadaasa 27 _ Mudde 3/2014tti murteessan barattoonni Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu midhaan maatii duultotaaf sassaabaniiru. Barattoonni kunneen yaada laataniin walabummaa biyya keenyaa eeguuf waan humniifi dandeettiin keenya eyyamu kamuu gochuuf qophiidha jechuu isaanii ragaan Waajjira Komnikeeshinii Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu irraa arganne ni ifoomsa.

  more
05/12/2021

more

  culture
24/11/2021

culture

Address

Addis Ababa
6040

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaaf Design posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share