Aadaan faayaa 0921204992

Aadaan faayaa 0921204992 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Aadaan faayaa 0921204992, Clothing (Brand), sheromeda, Addis Ababa.

Waliif dabarsaa
22/10/2024

Waliif dabarsaa

Kabajamtoota ummata Oromoo hundi keessaanuu subscriber gochun na deeggaraa.

EEBBA VCD JAALOOAni Aartiist Rabbirraa Gizaw kanaan dura Fiilmii,Tiyaatiraa fi Sirboota gara garaan kan na beektan, amma...
20/08/2024

EEBBA VCD JAALOO

Ani Aartiist Rabbirraa Gizaw kanaan dura Fiilmii,Tiyaatiraa fi Sirboota gara garaan kan na beektan, ammammoo VCD JAALOO jedhu gaafa Hagayya 19/2016 waanan Eebbisiisuuf isinis gaafas sagantaa kiyyarratti argamuun, jaalala Aartii fi Aantummaa anaaf qabdan akka agarsiiftan kabajaan isin waameera.
Iddoon B/Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu Aanaa Tufa Munaa Galma Yaayyaa Viilleejjii (Haile Rizort)tti
sa'aa 6:00 irraa eegalee akka naaf argamtan kabajaan isin waamee jira. Odeeffannoo dabalataaf 0911124636/0921204992

0921204992
17/05/2024

0921204992

15/05/2024
0921204992 finfinnee
14/05/2024

0921204992 finfinnee

10/01/2024

Weellisaa Rabbirraa Gizaw Hojii haarawaa Jaaloo jedhu qabatee isiniif dhufee jira seenaa daawwadhaaa

Address

Sheromeda
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aadaan faayaa 0921204992 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share