Bokkuu Designe

Bokkuu Designe Kaayyoon keenya aadaa oromoo addunyaa kanati beeksisuu dha

Baga waggaa darbe rakkinaanis taye ballinaan keessa darbuun booqa birraa Ayyana Irreechaa bara 2018 tiin isin gaye Irree...
04/10/2025

Baga waggaa darbe rakkinaanis taye ballinaan keessa darbuun booqa birraa Ayyana Irreechaa bara 2018 tiin isin gaye
Irreessi irree keenya
irreessi aadaa keenya
irreessi guddina biyyaaf
Ayyaana gaarii

06/07/2025
0943705673
06/07/2025

0943705673

0943705673whatsappTelegramImoViberNu ajajadhaa bakka jirtanitti isiniif Regina.Warri ala jirtanis yaaddoo tokko malee is...
10/08/2024

0943705673
whatsapp
Telegram
Imo
Viber
Nu ajajadhaa bakka jirtanitti isiniif Regina.
Warri ala jirtanis yaaddoo tokko malee isiniif ergina

01/08/2023

Uffata aadaa oromoo kan barbaaddan dizaayina barbaaddaniin qopheessinii biyya jirtanitti isiniif dhiyeessina.Daldaltotaaf gatii madaalawaan isiniif dhiyeessina
Tell; 0910292838
0912633432 nuuf bilbilaa

Jirraa jirtuu hundinuu namoonni uffafa aadaatiin sagantaa keessan irratti faayamtanii argamuu barbaaddan biyya alaattis ...
18/05/2023

Jirraa jirtuu hundinuu namoonni uffafa aadaatiin sagantaa keessan irratti faayamtanii argamuu barbaaddan biyya alaattis taye biyya keessatti bakka jirtanitti isin dhaqqabsiisna
Teessoon keenya magaalaa Finfinnee naannoo muujjaa Ispeen Imbaasii Fuuldura
Tell :0912633432
0910292838
0943705673

29/10/2022

Check out Hariyom cultural clothes(hariyomculturalclothes) LIVE videos on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from Hariyom cultural clothes(hariyomculturalclothes).

Address

Entoto
Addis Ababa

Telephone

+251943705673

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bokkuu Designe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bokkuu Designe:

Share