Sinaan adimaasu

Sinaan adimaasu Comedy

Aannan Loonii.***************■ Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamn...
07/01/2024

Aannan Loonii.
***************
■ Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin ammoo waan lafeen ittiin ijaaramudha.

■ Pirootiina (protein) inni of keessaa qabu faayidaa ol'aanaa kan qabudha, qaama ijaara, madda annisaa annisaa cimaadhas.

■ Akka annisaa kennuu fi qaama namaa ijaaruun, ulfatina qaamaa garuu akka maddeen pirootina biroo garmalee hin dabalu.

■ Elementootaa fi Vaayitaaminoota nu barbaachisan armaan gadii of keessa qab: Aannan Loonii Burcuqqoo (cup) tokkichi (244 gm):
♡Annisaa: 146 kcal
♡Pirootiinii: 8 gm
♡Cooma: 8 gm
♡Kaalsiyemii: 28% of RDA
♡Vaayitamin D: 24% of RDA
♡Vaayitamin B2: 26% of RDA
♡Vaayitamin B12: 18% of RDA
♡Elementii K: 10% of RDA qaba.

************
RDA (Recommended Dietary Allowance): Jechuun haga waan ibsame sanaa kan namni tokko giyyaatti argachuu qabu jechuudha.

HUB: Aannan loonii yoo dhugnu, kallattumaan yoo dhugne dhukkuboonni tokko tokko nutti darbuu malu. Kanaaf haga dandeenye danfisnee dhuguu qabba.
************
FAYYAAN FAAYA

Kiyyoon xumuraamera.Obboo Firaa’ol fi obboo sinaan gidduutti araarrii bu’eraa. warraa araraaf ta,e gidduttis nagaan haa ...
19/11/2023

Kiyyoon xumuraamera.
Obboo Firaa’ol fi obboo sinaan gidduutti araarrii bu’eraa. warraa araraaf ta,e gidduttis nagaan haa bu,u.
Nagaan nama hundumaaf ❤️🙏
Dawwatotaaf dinqisifattonnii keenyaa ulfaadha galatomaa yeroo dhiyootti hojii haaraan walittii deebina.

15/11/2023

Fulaa Facebook kottii Naa jaalaa waan uguraniifi
Oromoo koo share gochuun naaf bekkesisaa

Maqaan ishee Hawwii dha. Hawii Teshoomee. Intala barsiisaa waan taateef Hawwiin barattuu qaxalee turte. Kaleessa akka ko...
15/11/2023

Maqaan ishee Hawwii dha. Hawii Teshoomee. Intala barsiisaa waan taateef Hawwiin barattuu qaxalee turte. Kaleessa akka koof akka keessan mul’ata qabdi turte. Bor baradheen Nama ta’a jettee guyyaa gaarii of Fuula duratti ilaalaa, jireenya isa har’aa waldhaansoo qabaa, kan argatanirra kan abdatantu caala jettee yaadaan aggaamtee Har’a keessatti boriishee ilaalaa barumsa ishee barataa turte. Magaalaa Najjootti kan guddatte Hawwiin barattuu Yuniversitii Bulee Horaa Waggaa 3ffaa turte. Dhukkubi na kuffisee, Siree keessa na ciibsa, maatii koorra darbee gargaarsa namaa nan barbaada kan jedhu guyyaa tokko sammuu ishee keessa qaxxaamuree hin beeku. Akkuma hiriyoota ishee isheenis kolfaa xabachaa Barumsa ishee barachaa turte. Garuu kan isheen yaadde hundi hin taane, Har’a Umurii kanaan siree hospitaalaa keessaa qilleensa nam-tolcheen afuura baafachaa gargaaraa koof gargaarsa keessan eegaa jirti. Abbaan ishee barsiisaa dha. Miindaan barsiisaan tokko argatu ammoo hundi keenya beenna. Har’a Hawwiif torbanitti guyyaa sadii “Dialysis” godhamaafii jira. Anaaf isin Yoo waliin taane Hawwii oolfachuu dandeenya. Kanaaf ammoo hiriyooti ishee CHALLEENGE qarshii 200 eegalanii jiru. Qarshiin 200 Har’a biyya keenyatti Nama tokkoof Ciree gaarii hin bitu ta’a. Yoo qarshii sana walirra buufnee Hawwii gargaarre garuu lubbuu ishee oolchuu dandeenya. Kanaaf maaloo waliin taanee lubbuu Intala mul’ata qabdu kanaa haa baraarru. Kottaa waliin taanee mul’ata ishee deebifnaafii! Anaaf hiriyooti koo biyya ambaa jiraannu bifa biraan challenge kanatti makamnee jirra. Isinoo ?

Akkam jirtu  Uummatni Oromoo hundi duraan duursee nagaan Waaqayyoo isiniif haa baayyatu jechaa,weellisaan keenya Kadir s...
10/11/2023

Akkam jirtu Uummatni Oromoo hundi duraan duursee nagaan Waaqayyoo isiniif haa baayyatu jechaa,weellisaan keenya Kadir sh/Ahimed dhukkuba Narvii irra buleen yaroo ammaa magaalaa Finfinnee hospitaala Yehuwalashet keessatti yaalamaa turullee amma maallaqa ittiin yaalamu of harkaa waan fixeef, yoo hin yaalamne ta'e Ammoo hospitaala keessa ciisee infectionoota adda addaatiif akka saaxilamu itti eeranii jiru.

Guyyaa har'aatii kaasee sababa hanqina maallaqaatin Hospitaala kana gadhiisee gara Adaamaa maatii isaa biratti deebi'aa akka jiru qaamaan hospitaalatti Namni Arge Nutti Himuun hubanneerra. Kanaafuu Gurbaa ol Adeemaa kana akka bira dhaabbannee fayyaa isaa guututti hanga deebi'utti waan qabnuun bira haa dhaabbannu. Maxxansa kana hundumti keenya share gochuun Uummata hunda biraan nuuf ga'a.

1000034920676 CBE
01425959415700 Awash
Kedir sh/Ahimed Ababor

GALATOOMAA!!

Diramaa kiiyyoo kutaa 51ff walitii debinee jiraa Jirtuu Kabajamoo Dawatotaa Diramaa kiiyyoo Hudaa kesanuu Nutis Nagaa de...
04/09/2023

Diramaa kiiyyoo kutaa 51ff walitii debinee jiraa Jirtuu Kabajamoo Dawatotaa Diramaa kiiyyoo Hudaa kesanuu Nutis Nagaa debinee nuu hofolchaa

04/09/2023
Diramaa kutaa xumuraa keessattiiMelalaan kaan enyuu tatii lataa tilmamaa mee
31/08/2023

Diramaa kutaa xumuraa keessattii
Melalaan kaan enyuu tatii lataa tilmamaa mee

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sinaan adimaasu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share