Badri Ahmad siraad

Badri Ahmad siraad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Badri Ahmad siraad, Baby & children's clothing store, Addis Ababa.

08/08/2024

Send a message to learn more

12/09/2023

𝖬𝗂𝗅𝗄𝖺𝖺'π—Žπ—Ž 𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 π–¬π–Ίπ–Ίπ—…π—π—Ž 𝖭𝖺𝗆𝖺 π–¨π—π—π—‚π—Œπ–Ί?
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β«Έ Wantoonni milkaa'ina
Jireenyaa gonfachuu irraa
nama ittisan hedduutu jiru.
Kanneen keessaa muraasni kan armaan gadiiti.

ΰΌ„ Fedhii dhabuu!
ΰΌ„ Kufaatii sodaachuu!
ΰΌ„ Jecha namaaf iddoo kennuun, duubatti mucucaachuu!
ΰΌ„ Ofitti amanamummaa dhabuu!
ΰΌ„ Dandeettii fi humna ofii wallaaluu!
ΰΌ„ Mul'ata dhabuu!
ΰΌ„ Kaayyoo malee jiraachuu!
ΰΌ„ Kutannoo dhabuu!
ΰΌ„ Nama ilaalanii karoorsuu fi karaa nama biraa hordofuu!
ΰΌ„ Abdii kutuu!
ΰΌ„ Waan xixiqqootti quufuu!
ΰΌ„ Sodaachuu!
ΰΌ„ Of tuffachuu!
ΰΌ„ Wareegama kanfaluu sodaachuu!
ΰΌ„ Dhugaa jireenyaa fi addunyaa wallaaluu!

Wantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaa fi milkaa'ina isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha. Namoota dallaa kana cabsantu milkaa'ee jiruu bareedaa arga. Warri harka laate immoo osoo iddoo
yaade hin gahin karaatti hafa.

β«Έ Kaayyoo ofiif kutannoo fi jabina godhatanii, gufuu kanneen irra tarkaanfachuun nama milkeessa.
By Ani Sumaaf πŸ™Ani SumaafAni Sumaaf

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badri Ahmad siraad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share