Abdi man

Abdi man abdi man

31/05/2025

Yoo wajjin duulu dadhabnee waalitti duuluu haa dhifnuuu

Yoo waal fayyaduu daadhabnee waal midhuu
29/05/2025

Yoo waal fayyaduu daadhabnee waal midhuu

28/05/2025

Addunyaa waa 2 lamaa qabaa
1 du'a
2 jireenyaa
Waa 2 caaraa kankee dhufaa
1 durummaa
2 hiyyummaa
Qorumsaa keessa waa 2 jiraa
1 kufuu
2 darbuu
Hiryyoonni kee jiraa
1 hiriyyaa soba
2 hiriyyaa dhugaa
Waa 2 tasa sirraa gahaa
1 du'a
2 jaalala
Waa 2 hin yaadiin
1 wantaa darbee
2 nama si gate

25/05/2025

Baarenii kophaa bilaashii???

24/05/2025

Jalqabni jaalala ija. Ijji ni ilaalti, ergasii yaanni sammuu keessatti ni
bilchaata. Bilchinna yaadaa kanatu ibidda jaalala uuma. Onneen
ibidda jaalalatin gubamuu jalqabdi yoo daangaa hin qabaatin. Umrii
saalfannaa irraa eegale dargaggeessi/shamarreen qormaata jaalala
waliin ni qabsa’a/qabsoofti. Qabsoo kana keessatti yookaa
moo’atutu jira yookin immoo moo’atamutu jira. Jalqaba jaalala
irratti dukkanni baay’een nama marsuu danda’a. Inni ykn ishiin
jaalalaan qabamnaan akkamitti akka too’atu yoo hin beekin rakkoo
baay’eef saaxilamuu danda’u. Osoo hin beekin ibidda burtukaana
se’anii harkaan qabatu. Ergasii gubaa fi laalaa isaa dhandhamu.
Nama jaalalaan qabamee kan Rabbiin rahmata godheef malee
maraatan ykn ijjoollen wal fakkeessun ni danda’ama. Wanta
maraatan yookiin ijoollen hojjattu hojjata. Yaanni guutun isaaf/ishiif
ta’a. Akkuma duratti jenne ijji ni ilaalti, ergasii bilchinni yaada ni
jalqaba. Halkanii guyyaa waa’ee isaa/ishii yaadun tarkaanfi itti aanu

22/05/2025

Addunyaa kanarrati namni afur midhamadhaa
1=nama gaara laafuu
2=nama namaf yaaduu
3=nama nama Amanu
4=nama nama jaalatuu

19/05/2025

Gaarii hagaam ol dheeratus Aduun bahuu tasuma hin dhorkuu

19/05/2025

Address

Ethiopian
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi man posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share