08/04/2025
Bitooteessa 30/ 7/2017.
Shaggar
Sagantaa Dawwaannaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Gidduu Galaa Gabaa Aanaa Aannee Diimaatti .
KMB.Bitooteessaa 30/7/2017 kutaa Magaalaa Buraayyuutti sagantaan Dawwanaa Inneeshetivii Gidduu galaa gabaa Aanaa Aannee Diimaa Keessaatti argaamu bakka Sadarkaa I/A/peresedantii Mootummaan Naannoo Oromiyaafi Kantiibaan Magaalaa Shaggar .Taashomee Adunyaa argaamanitti fi I/A Daldalaa biroo Oromiyaa .Tasfaayee Gishoo fi Hoggaantoonni Magaalaa Shaggar fi Kutaa Magaalaa Buraayyuu fi Aanaa Aannee Diimaa argaamutti Bifaa Ho"a ta'en Dawwaatamee Jira. Dawwaannaa kana keessaattis Hojii hojatamee Kun hundi Qulqullinaa, Ariitiin,Baayinan,hojatamuu keessaatti hojiin Gaariin waan hojatameef baay'ee gammaadanii jiru .
Dabalatan Hojii Daldalaa babal'isuun Gidduu galii Gabaa Bifaa kanan hojatamun Uummaanni Keenyaa irraa faayyadamaa ta'un Waan baay'ee nama boonsuudha .Hojiin akka kanatti Hojatamee jiru kanaaf qaamni Qooda qabu galatoma jedhaniiru.