22/11/2024
Ganama ganama gola seenuu dura Ispoortii sasalphaa ,Dhiheessii waan dubbisanirraa, Dorgommii gaggabaabaa, Shakallii kalaqaalee, Gorsa fayyadama traafiikaa, Kallattii torbee barsiisotaa,Badhaasota milkaa,'inaa,to'annaa keessoo barsiisotaa dameelee muraasaa hegeree ijoollee keenyaatiif.
KOOTTAA WOLIIN WOYYAA
WABW.