Oromon faaya

Oromon faaya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromon faaya, Women's clothes shop, Finfinne, Addis Ababa.

Pretty talented actress.❤️
19/10/2024

Pretty talented actress.❤️

 Boqonnaa sammuukooYaadakoof tasgabbiiTottolchee miidhagseeSiin naaf kenne RabbiHin hir'anne homaaHundumaan si guuteKana...
10/09/2024



Boqonnaa sammuukoo
Yaadakoof tasgabbii
Tottolchee miidhagsee
Siin naaf kenne Rabbi

Hin hir'anne homaa
Hundumaan si guute
Kanaaf sesseeqqattee
Qalbiikoo na fuute

Kolfikee bareedaa
Rakkoo dagachiisa
Hidhiikee ilaallaan
Dhungoo Hawwachiisa

Bocni kees miidhagaa
Kan hundumaaf tolaa
Qishiree si uume
Sirra hin keenye qola

Qeensa miillakeerraa
Ol hanga rifeensaa
Kan miidhaga hin qabne
Tokko hin jiru keessa

Maal bifakee qofa..
Adiin akka cabbii
Qulqulluu jaalalaa
Keessa hin jirre jibbi

Utuu hin dhaga'iin
Kan beektu garaa namaa
Kan of keessaa hin qabne
Yaada jibbaaf hamaa

Arjaan jaalalakees
Tasa hin qabu daarii
Waan hundumaan oluu
Qabda amala gaarii

Bifaaf amalakee
Qaata tilmaammadhee
Jaaalala isa dhugaan
Dhugaan si jaalladhe.... Oromon faaya follow godha✍️

Lakkoofsa bilbilaa kee qofa comment godhi📞🏃
18/06/2024

Lakkoofsa bilbilaa kee qofa comment godhi📞🏃

Wanta keessa kootiinamuu naan hubatuSitti tolee qofahunduu kan dubbatuJiruun kiyya garuuabadan gargariiGammachuun hin ib...
25/05/2024

Wanta keessa kootii
namuu naan hubatu
Sitti tolee qofa
hunduu kan dubbatu

Jiruun kiyya garuu
abadan gargarii
Gammachuun hin ibsu
nyaatamuun bargarii

Eeyyoo qaba hundaa
nan nyaadha nan dhuga
Hirriibas hin dhabne
osoon taa'uun muga

Kuni hunduu ta'ee
keessi koo hir'uudha
Nama gidduu taa'ee
kunoo naman fedha
kunoo naman jedha


Follow me 👉

15/05/2024
Qalbii koo na rarraastaSin Dhabaa Laata tariiHalkaan warra si tiksaaBadii Naaf koottu bariiQe'ee warra keenya Loon kumaa...
07/03/2024

Qalbii koo na rarraasta
Sin Dhabaa Laata tarii
Halkaan warra si tiksaa
Badii Naaf koottu barii

Qe'ee warra keenya
Loon kumaan bobbaasuu
Bareeda Keetu Adda
Kan qalbii na raasu

Address

Finfinne
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromon faaya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share