Mana uffata Aadaa Afran qalloo

Mana uffata Aadaa Afran qalloo .com

Eid-Mubarak Baga Guyyaa kabajamaa Hiikaa Soomanaatiin isin gahe.
02/05/2022

Eid-Mubarak Baga Guyyaa kabajamaa Hiikaa Soomanaatiin isin gahe.

Hijaabni Huccuu satraa qaama dubartoota muslimaa waan ta'eef tuqamuun hin ta'u wal-kabajnee waliis jaalachu qabna.tokkum...
09/04/2022

Hijaabni Huccuu satraa qaama dubartoota muslimaa waan ta'eef tuqamuun hin ta'u wal-kabajnee waliis jaalachu qabna.tokkummaan keenya Amantiin Gargar baasuu hin qabnu.

Uffanni Aadaa Harargee kun Yoo si gammachiise 1 barreessi comment jalatti.
13/02/2022

Uffanni Aadaa Harargee kun Yoo si gammachiise 1 barreessi comment jalatti.

Duuti hin haftuu garuu tan daa'ima kanaa garaa nama nyaata.
06/02/2022

Duuti hin haftuu garuu tan daa'ima kanaa garaa nama nyaata.

Bulloon Adeeroo Ali Mohammed Birraa Waliin Akkam Bareeda.Ijarraa hafaa 🧚‍♂️🧚‍♂️🧚‍♂️🧚‍♂️💪💪💪💌💌💌💌💌
25/01/2022

Bulloon Adeeroo Ali Mohammed Birraa Waliin Akkam Bareeda.Ijarraa hafaa 🧚‍♂️🧚‍♂️🧚‍♂️🧚‍♂️💪💪💪💌💌💌💌💌

Leencoonni Hojii jalqaban.Tokkummaa Tokkummaa Ammaas Tokkummaa.
22/01/2022

Leencoonni Hojii jalqaban.Tokkummaa Tokkummaa Ammaas Tokkummaa.

19/01/2022
Akka dhiitetti hin haftu Aadaa keenyaan Bilisa ni baana. Like share follow diina garaa gubaa.
15/01/2022

Akka dhiitetti hin haftu Aadaa keenyaan Bilisa ni baana. Like share follow diina garaa gubaa.

Aadaa Bareeda Qabnaa Hinjiruu kan siin naa gituu yaa Oromoo Aadaan keenya Baay'ee Miidhaga.like share invite godhaa.
10/01/2022

Aadaa Bareeda Qabnaa Hinjiruu kan siin naa gituu yaa Oromoo Aadaan keenya Baay'ee Miidhaga.like share invite godhaa.

Akkam jirtan ilmaan oromoo hundi keessan Guyyaa 29/4/14 Guyyaa Gammachuu Oromoo jennee Moggaafna.Hamtuu fi toltuuniis Ra...
08/01/2022

Akkam jirtan ilmaan oromoo hundi keessan Guyyaa 29/4/14 Guyyaa Gammachuu Oromoo jennee Moggaafna.Hamtuu fi toltuuniis Rabbuma biraahi.☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆▪▪▪☆☆☆☆☆☆☆☆▪▪▪▪▪▪▪☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆▪☆☆▪▪▪▪▪▪▪☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

Address

Harar
Arba Mintch
MUAAQ

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana uffata Aadaa Afran qalloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share