Gamachisa ORO Fashion

Gamachisa ORO Fashion Dhabbata Oomisha meshaalee fi Uffata Aadaa PLC

✨Uffata Dubartii Iluu Abbaa Booraa✨Kun hojii harkaa baraa kan uffata aadaa Oromoo naannoo Laga Gibe fi Dhedheessaa, kan ...
22/10/2025

✨Uffata Dubartii Iluu Abbaa Booraa✨

Kun hojii harkaa baraa kan uffata aadaa Oromoo naannoo Laga Gibe fi Dhedheessaa, kan Iluu Abbaa Booraa ti. Uffanni kun uffata qofa osoo hin taane, Seenaa Goottummaa fi Qabeenya Oomishaa Iluu ibsa!

🧵 Gilgaala Muraasa! Gilgaalli (Hojii Harkaa) uffata kana irratti hojjetame gosa aartii mataa isaa qabu.

Halluu Diimaa:Diimaan jabaan kun Goottummaa Oromoo Iluu yeroo waraanaa agarsiisa.

Halluu Magariisa: Magariisni kun lafa magariisaa, Sululota Gibe fi Laga Dhedheessaa kan yeroo hundaa oomishaa ta'e ibsa.

💖 Yeroo Uffatamu: Uffanni kun gaafa Gaa'elaa, Ayyaana Irreechaa, ykn yeroo kabajaa guddaa qabutti uffatama. Uffata kee kana yeroo uffattuu, aadaa fi seenaa guddaa ofitti hidhatta!☺️

📞 Koottaa! Uffata kana bituuf ykn dizaayinii mataa kee hojjechiisuuf na quunnamaa.
Gamachisa ORO Fashion
Gammachisa Ibrahim

hojiin keenna akkuma maqaa kennaatti nu filachuun keessan isin gammachiisa

0911069230
0910416657

✨ Boonsaa Eenyummaa! Boonkoo Aadaa Arsii ✨Kun uffata aadaa Oromoo Arsii, kan Boonkoo jedhamuudha! Uffanni kun uffata qof...
21/10/2025

✨ Boonsaa Eenyummaa! Boonkoo Aadaa Arsii ✨

Kun uffata aadaa Oromoo Arsii, kan Boonkoo jedhamuudha! Uffanni kun uffata qofa osoo hin taane, Seenaa fi Eenyummaa Sanyii Oromoo Arsii calaqqisa.

📌Gilgaalli isaa hundi ergaa mataa isaa qaba.
Uffata kana hojjechuuf yeroo, dandeettii fi jaalalli guddaan barbaachisa.

Yeroo Uffatamu: Yeroo Gaa'elaa, Irreechaa, Sirboota arsi fi sagantaale aadaa adda addaatti uffatamu dha.

uffata boonsaa kana ajajuuf ykn design addaatiin hojjechiisu namni barbaaddan na qunnamaa📩
Gamachisa ORO Fashion
Gammachisa Ibrahim
0911069230
0910416657

hojiin keenna akkuma maqaa kennaati nu filachuun keessan isin gammachiisa

15/10/2025
haala salphaan osoo cinqamiin isinirraa bareedee ooluu barbaannaan filannoon keessan mana oomisha meeshaalee fi uffata a...
15/10/2025

haala salphaan osoo cinqamiin isinirraa bareedee ooluu barbaannaan filannoon keessan mana oomisha meeshaalee fi uffata aadaa gammachiisaa haa ta'u.
Gamachisa ORO Fashion

Optical pictures

hojiin keenna akkuma maqaa kennaa
nu filachuun keessan isin gammachiisa
0911069230
0910416657
0921969757

Biddeena nama quubsu eelee irratti beekan ! Jibicha mirgoo ta'u haada irratti beekan!"Gammachuun keessan filannoo keessa...
15/10/2025

Biddeena nama quubsu eelee irratti beekan ! Jibicha mirgoo ta'u haada irratti beekan!"
Gammachuun keessan filannoo keessan irratti hundaa'a.
Gamachisa Oro Fashion
Hojiin keenna akkuma maqaa keennaati
Nu filachuun keessan isin gammachiisa
0911069230
0910416657
0921969757

Dhaabbanni Oomisha Meeshaalee fi Uffata Aadaa Gammachiisaa waggoota 16 darbaniif maamiltoota isaa tajaajilaa jiraachuun ...
15/10/2025

Dhaabbanni Oomisha Meeshaalee fi Uffata Aadaa Gammachiisaa waggoota 16 darbaniif maamiltoota isaa tajaajilaa jiraachuun isaa ni yaadatama, ammallee daran kana caalaatti ammayyoomee oomishtummaa isaa dabalun maamiltoota isaa gammachiisuf halkanii guyyaa hojjachaa jiru isaa yoo ibsu gammachudhaan.
Hojiin keenna akkuma maqaa keennaati.
Nu filachuun keessan isin gammachiisa
0911069230
0910416657
0921969757

Eebba barattootaa Optical Art Academy guyyaa kaleessa qopheesee iratti  waamicha nuuf godhe kabajuun argamne agarsiisa u...
08/09/2025

Eebba barattootaa Optical Art Academy guyyaa kaleessa qopheesee iratti waamicha nuuf godhe kabajuun argamne agarsiisa uffata Aadaa haala miidhagaa ta`een qophesine turree.

nu filachuu keessan isin gammachiisaa

Hojiin kenna akkuma maqaa kenna!!
Gamachisa ORO Fashion

02/05/2025

Address

Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamachisa ORO Fashion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share