Hafiz

Hafiz Hardiim

31/12/2025

Ati Waan gaarii hojjatta garuu sadarka tee nama waan hamtuu hojjatuu gadi nama biratti.yoo waan hamtuu hojjatte dafteet mullatta akkamitti wanni fokkottuun waan gaarii caaluu dandeessi jattee hoggaa if gaafatte waan gaarii nama gaarii qofattu arga waan hamtuu immoo nama hunda bira gahuudha hubatta.
Kunihoo maaliif jattee yoo if gaafatte
Namummaan nama waan gaariin ibsama
warroota waan hamtu hojjatan warri jaalatu namummaan isaani irruu tahuudha hubatta ati immoo warra namummaa qabaniin jaalatamu jirta sadarka warra namummaa fi waan gaarii hin agarre biratti hin barbaadin jatti gaariin.

✍️

31/12/2025

Hojiin
Seexaanaa fi Dubbiin Seexaanaa Ni Mi'awa Mitii Hojii koo fi Dubbiin koo Isin Gammachiisee jira kaa

31/12/2025

Hojiin
Seexaanaa fi Dubbiin Seexaanaa Ni Mi'awa Mitii Hojii koo fi Dubbiin koo Isin Gammachiisee jira kaa @

Address

Hardim
Gelemso

Telephone

+251974672428

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hafiz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hafiz:

Shortcuts

Share