Alemudin Fami Reshid࿐

Alemudin Fami Reshid࿐ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Alemudin Fami Reshid࿐, Clothing (Brand), Harar.

"Rabbiin kan qeebalu Warra isa sodaatan irraahi" jedha Rabbiin ﷻ
Rabbiin warra isa sodaatanirraa nu haa godhu!

سُبۡحَـٰنَ ٱلَّذِی سَخَّرَ لَنَا هَـٰذَا وَمَا كُنَّا لَهُۥ مُقۡرِنِینَ ۝١٣ وَإِنَّاۤ إِلَىٰ رَبِّنَا لَمُنقَلِبُونَ ۝١٤﴾ [الزخرف ١٢-١٤]󱢏

26/08/2025

Aamiin yaa allaah

Beauty home 🏡
09/08/2025

Beauty home 🏡

24/07/2025

Har'a immoo taatee ajaa'ibaa tokko isiniif qooda. Addunyaa kana irratti hanga ammaa taateen akkanaa tokko qofatu galmaa'e. Taateen kun waan nama barsiisuus qaba. Haa ta'u malee, taatee kana as gubbaatti kan isiniif maxxansineef ajaa'iba taatewwan tokko tokkoo isiniif qoodufi. Adaraa keessan wanta akkanaa tasuma akka hin yaalle!!
Mucaa umriin isaa waggaa 19, maqaan isaa George jedhamu tokkotu ture. Mucaan kun dhukkuba xiinsammuu 'OCD' jedhamuun qabama. Dhukkuba sammuu wanta hin barbaachisne irra deddeebi'anii yaaduu fi irra deddeebi'anii gochuu. Fakkeenyaaf, ammaa amma harka dhiqachuu, ammaa amma Shaaworii seenuu, ammaa amma galgala galgala balbala akka cufan 'check' gochuu fi kkf. Dabalataan, dhiphina hamaas qaba ture. Sababa kanaaf barumsa irraas, hojii irraas ni ari'ame. Yeroo kana abdii muratee of ajjeessuuf shugguxiidhaan sammuutti of dhukaasa. Gaafa kana maatiin dhaga'ee dafanii mana yaalaa geessan. Yaalli baqaqsanii yaaluu sammuu rasaasa kana keessa baasuuf godhame. Rasaasa hunda keessaa baasuun hin danda'amne ture. Haa ta'u malee, yaalichi milkaa'aa ture. Innis fayyee gara mana isaatti gale. Dhukkubni sammuu sunis ni dhiise. Mana barumsaatti deebi'ee qabxii olaanaas fide. Kolleejjiis galee baay'ee milkaa'e. Hojii isaattis akkasuma. Namichi gaafa rasaasaan of rukutu kutaa sammuu dhukkuba sammuu isaatiif sababa ta'e rukutee fayyise fakkaata. Wanti lafa kana irratti ta'u marti raajiidha. Taateen mucaa kanaas raajii tokko ta'ee darbe.
New York Times

23/07/2025

📢 Xaaliyaan Irraa Gara Ga££zzaa…

🚢 Bidiruun Seenaa tun, Arabaa miti… Muslimootaa miti…
Namoota “namummaa” qabu qofa of keessaa qabdi!
Aktiivistoota, ogeeyyii, fi uummata garaa laafinaan guutame of keessatti baattee – Lafee addunyaa jiddutti laafte dhaqqabuuf karaa bu’aniiru!

✊🏽 “Addunyaa cal’iftee fi fira Isaan gane jiddutti… osoo agarruu teenyee laaluu dandeenyu,” jechuun
ugguura nyaataa fi beelaa Addunyaan Ga££zzaa irratti murteessite cabsuuf,
halkan fi guyyaa imala seena-qabeessa jalqaban.

🗓️ Guyyaa torba imalu; har’a guyyaa 2ffaa isaaniiti.

💔 Yeroo namummaan garaa si ciniinu
Teessse callisuun hin dandeessu- garatu si mura- !
———-

📡 Gabaasa guutuu fi hordoffii marsaa marsaan argachuuf:

🔗 Chaanaala Telegrama Ibsaah Hasan hordofaa
👇🏻👇🏻

https://t.me/ibsaahasanofficial

23/07/2025
I have wonderful 😊
23/07/2025

I have wonderful 😊

Free Palestine 🇵🇸 😢
19/07/2025

Free Palestine 🇵🇸 😢

Baga ayyaana Iid Al-adahaa (Arafaa) 1446ffaatiin nagayaan isin gahe jechaa ayyaanichi kan nagayaa fi gammachuu akka isin...
06/06/2025

Baga ayyaana Iid Al-adahaa (Arafaa) 1446ffaatiin nagayaan isin gahe jechaa ayyaanichi kan nagayaa fi gammachuu akka isiniif ta’u hawwina!
Iid Mubaarak!

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alemudin Fami Reshid࿐ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share