Fadilu

Fadilu 0936721651

16/12/2018
09/12/2018

Dhugaa hin haalamne lama!
1.Hacaaluun kan Hundeessaati; Finfinneen kan Oromooti.
2. Oromiyaan dhiigaafi lafeen daangefamte; ammas dhiigaafi lafeetu tiksa!

Hacaaluu Hundeessaa!

28/11/2018

Yaalle hamma dandeenyu
Kana caala maal goonuuf
Xinnaas gabbarre guddaa
Akka wajjin bubbulluuf
Obsuun waanuma jiru
Obsine hamma obsaa
Erga sodaa fakkaate
Ka'een ishiitti cabsa
Yaa ijoollee biyya kootii
Hundumtuu haadhoo kootii

Roobii galgala LTV irratti sa'aa 2:30 irraa eegalee nu eegaa

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fadilu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share