02/10/2024
Kiya Cultural Clothes πͺ‘π§₯πππ₯»
Namoonni uffata Aadaa Oromoo diizayinii barbaaddaniin hojjechiifachuufi kireeffachuu barbaaddan gatii madaalawaa ta'een qaamaan argamtaniis ta'ee iddoo jirtan teessanii nu ajajachuu dandeessu!!
Teessoon keenya Magaalaa Jimmaa buufata taaksii qocii geessu, Gamoo Abbaa Jifaar darbii 2ffaa Kutaa 202 qaamaan Yoo dhuftan nu argachuu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataaf.ππ
Messenger:- Kiyyaa JM
Lakk bilb;- 0986481288/ 0917019756
Telegram:- https://t.me/kiyaculturecolthes