Jibriil Guyyee

Jibriil Guyyee Like /share my page

Rabbi siif haa araaramuu   😭
19/01/2022

Rabbi siif haa araaramuu 😭

06/07/2021

jawaar Muhaammad fi qabaachuun keenya daran nu boonsaa💪👈

  bitannee seenaaf olkawwanna
29/06/2021

bitannee seenaaf olkawwanna

Osoo beekumsi kan safaramu ta'ee fageenyi Abiy fi   jidduu jiru fageenya lafaa fi aduuti✅
29/06/2021

Osoo beekumsi kan safaramu ta'ee fageenyi Abiy fi jidduu jiru fageenya lafaa fi aduuti✅

 ❤️💚❤️
29/06/2021

❤️💚❤️

      ✅
26/06/2021

Dukkanni har'a darbee ifa inuma argina kolfafi tapha keeGorsa hayyummaa keeIlaalcha oromummaa kee Hawwii bilisummaa keeQ...
16/06/2021

Dukkanni har'a darbee ifa inuma argina kolfafi tapha kee
Gorsa hayyummaa kee
Ilaalcha oromummaa kee
Hawwii bilisummaa kee
Qaanqee qabsoo kee inuma argina🙏 akkanatti hin haftu ni bariiti✅ kaayyoon keeti fi kan gootota oromoo galmaan gahuun dirqama oromummaa keenyaati✅

abshiir goota koo
😘😍

   Jaamboo Jootee J.J sirba mata dureen  isa naaf hin gallee jedhu qabatee dhufaa jira 🙏🙏
13/06/2021

Jaamboo Jootee J.J sirba mata dureen isa naaf hin gallee jedhu qabatee dhufaa jira 🙏🙏

Shanee fi juntaan ergaa gootan baga itti cabsitan 😋😎😍
09/06/2021

Shanee fi juntaan ergaa gootan baga itti cabsitan 😋😎😍

Dukkana booda ifatu jira  Guyyaan tunis ni dabarti✅   Abshiir leenca koo
09/06/2021

Dukkana booda ifatu jira
Guyyaan tunis ni dabarti✅
Abshiir leenca koo

Harree yoo harree irratti fe'an seerri tiraafika meeqa nama adabsiisa laata ?
03/06/2021

Harree yoo harree irratti fe'an seerri tiraafika meeqa nama adabsiisa laata ?

Address

Lixa
Nazareth
PAGE

Telephone

+251929080838

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jibriil Guyyee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share