Mana uffata aadaa kooree

Mana uffata aadaa kooree Mana uffata aadaa kooree. Uffataa fi meeshaawwan faaya oromoo qopheessu isinii dhiheessee jira.koottaa faaya uffadhaa faayamaa.

Mana uffata aadaa KOOREE dhaabbata jijjiirama guddaaf onnate.of duratti malee duubatti deemuun hin jiru.
02/12/2023

Mana uffata aadaa KOOREE dhaabbata jijjiirama guddaaf onnate.of duratti malee duubatti deemuun hin jiru.

Kooree cultural trade
11/11/2023

Kooree cultural trade

Irrecha loading.......Teessoon keenya magaalaa Roobee galma abbaa gadaa cinaatti argamna.Odeeffannoo dabalataaflakk.bil0...
01/09/2023

Irrecha loading.......
Teessoon keenya magaalaa Roobee galma abbaa gadaa cinaatti argamna.
Odeeffannoo dabalataaf
lakk.bil
0919264338
0973622784
0934895869

22/08/2022

Teessoon keenna
Magaalaa roobee
Lakk 1 Galma abbaa gadaa
2 baankii daldala ithoophiyaa damee darul hijraa cinaa gara dhihaatti.
3 Giddu gala gabaa piikook keessatti argamna.
Lakkoofsa bilbilaa
0973622782
0919264338
0934895869

Manni uffata aadaa kooree maqaa keenna isa ganamaa,maqaa lafa walashee moggaafachuun dhaabbata hojii boonsaa hojjachaa j...
22/08/2022

Manni uffata aadaa kooree maqaa keenna isa ganamaa,maqaa lafa walashee moggaafachuun dhaabbata hojii boonsaa hojjachaa jiruudha.
Dhaabbanni keenna uffata aadaa bifa hammayyaatiin qopheesse isiniif dhiheese jira.
Koottaa aadaan keenna,miidhagina keeenna ta'uu gochaan mul'isnaa.
ISIN QOPHII KEESSANIIF YAADA'AA,MIIDHAGINA KEESSANIIF NUTU YAADDA'AA.
galatoomaa
Mana uffata aadaa kooree.
Kaayyoon keenna isin gammachiisuudha.

Address

Bale
Robe

Telephone

+251973622784

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana uffata aadaa kooree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana uffata aadaa kooree:

Share