Maranaataa Yesuus

Maranaataa Yesuus DHIIFAMA WALIIF GOCHUU BARRAA

Dhugaan mucaa kanaa dirqama bahuu qabaQabaatan mucaa ta'u hundatu nama dhungata Yoo dhaban budaa ta'u hundatu nama tuffa...
05/05/2026

Dhugaan mucaa kanaa dirqama bahuu qaba
Qabaatan mucaa ta'u hundatu nama dhungata
Yoo dhaban budaa ta'u hundatu nama tuffata.
Jedha Oromoon, edaa dubbichi dhugaadha, hiyyummaan b! udaa nama gooti.
Hiyyummaan namaa gadi nama gooti, hiyyummaan bifaa fi surraa namaa balleessiti, hiyyummaan qalbii namaa balleessiti.
Egaa kunoo mucaan isin suurashee argaa jirtan kun sababa rakkina isheef b u d aa jedhamte.

" Mucaan kun erga Saudi deemtee reefu waggaa tokkodha. Mana isheen keessa hojjachaa turte ijoollee lamatu dhukkubsatan . Tokko akka laamsha'uu wayii, tokkommoo raata'aa ta'e. Warri isheen bira hojjattu sun mana xonqaayii deemanii yeroo himatanu "Intala ishee isin bira hojjatutu B*daa ta'ee nyaate. Ishee ajj**eeftan malee ijoolleen keessan hin fayyitu" jedhanii itti himu. Jarris akkuma jedhan mana galanii ajj**eesuuf ulaa itti cufanii yeroo osoo eeganii akka carraa ta'ee foddaa cabsitee kutaa sana keessaa baddee poolisiitti harka kennatteπŸ₯Ή

Poolioonnis fedhiin ishee hojjachuumoo gara biyyaa galuu akka ta'e gaafata. Isheenis biyyatti galuu akka barbaaddu dubbatti. Sana booda Ashaaraa irraa fuudhanii hojjachiistota ishee argatani. Passport fi huccuu ishee akka fidaniif ajajan. Fidanii kennaniif. Booda Ejensiinumti duraan hojii galchitee qacarsiiste sun dhuftee poolisoota harkaa fuuti. Warra isheen jalaa badde irraa maallaqa nyaattee ofumaaf ajj~~tee😭 Isayyuu "Mucaan keessan of ajj**este jettee maatiitti himti. Reeffa mucaa keessaniis anatu siniif kennaan bakka bu'iinsa naaf kennaa" jennaan haati waraqaa erganiif. Isheen garuu achumatti awwaalchiste.😭😭

Haati mucaa immoo maaloo reenf~uma ishee naaf ergi jettee ishee ejensii sana kadhachaa jirtiπŸ₯ΉπŸ˜­
Wanti akka taatee kanaa lapheekoo na rukute hin jiru, ijoolleen keenyi hedduun jireenyi nuuf haa darbu, haadhakoofan bara dabarsa, abbaakoofan bara dabarsa, obbolaakoofan bara dabarsa jedhanii biyya Ormaa keessatti gatii lubbuu hin deebine kaffalaa jiru, silaa hiyyummaaf safuudha malee dubartiif kabajatu mala ture. Dubartiin kan akkatti lubbuushee balleessan miti harka irratti kaasuunuu kan nama saalfachiisu ture.
Egaa haadhi mucaa kanaa Karaa live Tiktok boohanii maraataa jiru, hadaraa mucaa kanaaf sagalee ta'aa dhugaanshee haa bahu, Reeffishees biyyatti haa galuufi.
Haadhi boossee immimmaan xuruurfattu kun haadha hunda keenyaati.
Pls sagalee haa taanuufii.

Gaaffiinkoo inni guddaan Warra Ejensii jedhamanii akkasiin lubbuu namaa balleessan kana yoo seeratti dhiyeessitan maal qaba?πŸ₯Ή
Hojiin Imbaasii biyya sanaahoo maali?😭

Waan biraa dhiisaa hadaraa reenf*umti mucaa kanaa illee akka biyyatti galu godhaa.
Waan rakkinni nu goote gaafa keessa dabarre dubbanna.
😭😭😭😭 Waaqayyo Dhugaan Gatiin 😭😭

Singer Abraham Pegi
05/05/2026

Singer Abraham Pegi

Qaalii koo baga nagaan dhufte haadhookoo

Maaloo namni tokko itti naaf dabalaa follow godhaaπŸ™„πŸ™
25/04/2026

Maaloo namni tokko itti naaf dabalaa follow godhaaπŸ™„πŸ™

Gammaduuf kolfuu, kolfuuf ilkaanGammachuu kee ibsachuuf yoo kolfiteedha. kolfuuf immoo yoo ilkaan sirrii qabaatteedha. a...
22/04/2026

Gammaduuf kolfuu, kolfuuf ilkaan

Gammachuu kee ibsachuuf yoo kolfiteedha. kolfuuf immoo yoo ilkaan sirrii qabaatteedha. akkas ture
Dubartiin kun "sababa ilkaan kootiif gammachuu argadhee hin beeku" jetti. Gammachuu dhabuurrayyuu darbee ijoolleen ishee sababa ilkaan ishee qofaaf akka itti qaana'aa turan dubbatti. Yeroo mana ijoollee ishee mana barnootaatii fiduuf baatu afaanitti aguuggatteeti. Sababa maaliif afaan kee walitti hin cufamnee jedhani ijoolleen ishee gaafachuun dhiphisu.

Booddee tasuma mana yaala ilkaanii tokko deemtee waa'ee ilkaan ishee gaafatti. Isaanis akka deebisuu danda'anii fi maallaqa ishee baaftu itti himu. Akka carraa Haati qabeenya mana yaala ilkaanii kun achi waan turteef ishee dhumatu dubartii kana keessummeesee. Dubartiin kun akka maallaqicha hin qabnee fi kana boodas abdii hin qabnee waa'ee ishii sababa ilkaanichaan miidhaa irra gahee fi gahaa jiru illee itti himte. Haati mana yaala ilkaaniis garaa laafteefii baasii tokko malee sirreessifteefii jirti.

Abjuun koo guyyaa tokko gammadee maatii koo waliin kolfuu dha jechaa kan turte dubartiin kun kunoo akkanatti miidhagsanii jiru!🀝.

Manni yaala ilkaanii sunis hojii kana qofaan namoota hedduu biratti beekamtii guddaa argateera.

20/04/2026

Waltajjii Ati quban qabne yaabee dhaadachuun nan baasuu

19/04/2026

17/04/2026

EENYU FA'AATU QABAA OFIRRAA

16/04/2026

Ergaa Dhalootaa β™₯οΈπŸ™

Akkam Jirtu Ijollee Gooftaa Nagaan isiniif ha ta'u   Tokkon isinitti hima Yesuusis Fkn dubbachaa Wan Tureef πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–Y...
12/04/2026

Akkam Jirtu Ijollee Gooftaa
Nagaan isiniif ha ta'u
Tokkon isinitti hima
Yesuusis Fkn dubbachaa Wan Tureef
πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–
Yeroo Tokkoo Haadha Iyyeessa Tokkotu Kiristoos Amanee. Garuu Haati kun Humayyuun qabdu . Garuu Yeroo Hunda Gammachuu Qabdi
Hir'uun ishee Hundiyyuu
Isheetti hin Mul'atu.
Manni Isheen Iiti Galtus Jijjigaaf Kan Caccabeedha.
Ha Ta'u Garuu Haati Kun Yeroo Hunda Gammachuu Qabdi.
Guyyaa Tokko Church ykn Mana Waaqeffannaa Deemtee Bokkaan Yaandoon Roobe.
Kanaan Booda Mana Haadha Iyyeessa Kana Hunda Haree Waan isheen mana kessa qabdu Hunda Haree Lagatti Naqe.
Kanaan booda Gaafa isheen Mana Waqeffaannatii Galtuu Manniif Wanti Isheen Mana keessa qabdu Tokkollee hin jiru
Isheenis Gammachuudha "Waaqayyo Waan godheef isatu beeka" jettee calliste Kana booda Gaafa Gara Hunde ykn Utubaa Mana Sanaatti dhiyaattuu Dhagaa Calaqqisaaf Miidhagaa Ta'e Wayiitu Utuba Sinitti Irkatee jira. Kansan booda dinqisiifattee "Kun maalidha" jechuu jalqabde Yero kana Xiqqoshe irraa cabisitee ogessa Albuuda qoratu Bira yommu geessitu Lakka Innoo
Har'as Fkn kanarra dhaabbadheen Waa'ee Manguddoo kanaa Isinitti hima
Manguddoon kun Guyyaa muraasa dura Salphifamaa dhiitamaa fi Reebamaa ture Har'a garuu Seenaa isaa Waaqayyo Geeddaree bifa kana Fakkaatuun Gammadee Kolffaa jira Hojiin Waaqayyo aakka namni yaadutti miti Yoo barbaade Salphisee si ulfeessa yoo barbaade immo Abaaree si eebbisa egaa Akkataan dhufaati Gooftaan beekamu Malumaafu Baga Waaqayyo isaan gargaare Abbaa keenyaa kana πŸ™β€οΈβ€οΈ

Address

Woliso

Telephone

+251947766880

Website

ed via TikTok Lite. oad TikTok Lite to enjoy more posts

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maranaataa Yesuus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share