Kalifaa page

Kalifaa page �����

25/10/2024

We love Muhammad (ﷺ ( S.A.W) 💖

05/01/2024

follow to follow back

🤩🤩
01/01/2024

🤩🤩

Abbaa Sh*ttoo  Baga gammaddan! Horaa bulaa deebanaa! Haati Sh*ttoo ta bultu, ta hortu haa taatu!Damma walitti ta'aa, wal...
18/12/2023

Abbaa Sh*ttoo Baga gammaddan! Horaa bulaa deebanaa! Haati Sh*ttoo ta bultu, ta hortu haa taatu!

Damma walitti ta'aa, waliin harrii filadhaa!

22/11/2023

"Namni Xumurri jecha isaa Laa ilaaha illallaah tahe jannata seene" Rasuulﷺ

18/11/2023

Waan jalqabde galmaan gahuuf abdiif murannoo qabaadhu.

Rip😭😭😭Oduu Gaddaa!Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭Yaa Aayyo hal...
14/10/2023

Rip😭😭😭
Oduu Gaddaa!
Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭

Yaa Aayyo halloo osoo biyya Alaa deemtee yaalmta jennuu lubbuun tee darbitee?

Rabbiin sitti haa araaramu

13/10/2023

Bakka Deemtee Hundaatti
Bakka Tessee Hundaatti
Rabbi Işiin Ha Milkeessuu😍

Adresse

Oromia
Boké

Téléphone

+251942832218

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Kalifaa page publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter L'entreprise

Envoyer un message à Kalifaa page:

Partager