Wabii Qeerroo posts

Wabii  Qeerroo posts Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wabii Qeerroo posts, Baby & children's clothing store, Page keenya like fi sher gochuun nuu hordofaa, Riyadh.

25/04/2025
namnii kamiyuu bakkuuma jirutti waan haattuu ittii jira lakkaanuu
25/04/2025

namnii kamiyuu bakkuuma jirutti waan haattuu ittii jira lakkaanuu

05/04/2025

Tole!
“Waggaa torban darbe kana nuuf darbe, ni jijjiiramne, boqonnaa arganne, nagaan baanee galle, hojjennee buufanne - dilbii kuufanne, abdii horanne, ni qabbaneeffanne, ijoolleen keenya yaaddoo keessaa baate, biyyi keenya biyya gaarii taate….” warra jedhantu hiriira bahe mitii? Isaantu gammachuu isaanii ibsachaa oole mitii? Tole!

Mee amma immoo,
“Waggaa torban kana ni gidirafamne, dhala itti dhabne, mana itti dhabne, jiruu keenyatu diigame, nagaan baanee galuu hanqanne, maatiin nu jalaa bittannaa’e, ni saamamne, ni dhiitamne, ni salphanne, boohicha firaallee hanqanne, ni yaaddofne, dhalli keenya abdii dhabde, qotannee cirachuu dadhabne, boonyee fala dhabne…” warri jedhan hiriira bahanii yaada isaanii akka ibsatan carraa kennaafii! Mee biyya jijjiiramte kana keessatti, “Yaadaafi quuqqaa keessan bilisaan ibsachuu dandeessu” jedhaa hiriira akka bahan eyyamaafii!

Isa booda haasofna! Hin wayyuu?

11/06/2022

FAAYIDAA AANNANII
1. Madda anniisati
2. Dhukkuba laphee fi dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa
3. Dhukkuba onneen tasaa hojii isii dhabuu ( sudden cardiac arrest ) kana ittisuuf gargaara.
4. Dhippina sammuu ni hir'isa
5. Guddina maashawwanii fi ijaarsa qaamaaf ni gargaara.
6. Jabeenya lafee fi ilkaaniif ni fayyada
7. Albuudota akka pootasiyeemii , vaaytaaminoota, pirootiinii ,faati adda addaan ka badhaadhe dha .
8. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf ni fayyada
9. Dandeetti dhukkuba ofirraa deebisuu nuuf dabala

Galatoomaa
Dr Mohammed Ibrahim

Address

Page Keenya Like Fi Sher Gochuun Nuu Hordofaa
Riyadh

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabii Qeerroo posts posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share