ORO Fashion

ORO Fashion ufataa adaa fi faaya oromo nu biraa argatu page kenyaa flowe gochu hin dagatinaa

Kana beektuu...Akkaataan uumama ilmaan namaa hanga arraantanaa afur tahuufii isaanis: 1. Aadam Biyyee, abbaan dhala nama...
25/12/2025

Kana beektuu...
Akkaataan uumama ilmaan namaa hanga arraantanaa afur tahuufii isaanis: 1. Aadam Biyyee, abbaan dhala namaa maraa Haadhaaf Abbaa malee dandeettiifii fedhii Rabbii keenyaan dhoqqee gurraattii ajooftuurraa bocamee, turfamee, gara shaklaa biyyeetti jijjiiramee, tahii allah al rahimaaniraa ruhii itti afuufee kalaquu; 2. Haawa, niitiinsaa, haati mana Aadam Biyyeefii haati dhala namaa maraa haadha malee cinaacha bitaa Aadam irraa kalaquu; 3. Ergamaa Rabbii keenyaa Nabiyyu Allaahi Iissaa (AS) abbaa malee gabrittii Rabbii keenyaa intala dubraa Meeyram jedhamturraa dandayyiifii fedhii isaatiin kalaquufii 4. Anaafii isin hunda dhala namaa amma jirruufii warra nuun duraa, isaan irraa hafne hundumaa, Haadhaafii Abbaa keenyarraa karaa saalqunnamtiin sadarkaa 6keessa dabarsee kan nu khallaqe tahuufii sadarkaan sunneenis 1.bishaan saalqunnamtii, 2. Dhiiga ititaa, 3. Kutaa foonii, 4. Lafee callaa, 5. Lafee sana foonii gogaa uffisee, 6. Ji'a sagal booddee, durraafii irratti ummaa biraa nama godhee nu dhalchuu/kalaquu Rabbii keenyaa beeytuu...???
Hin barreen haa bartuu....!!!
Dhugaadha martuu!!!

โ–ถOf Baruu Hoo Barbaaduu???
Barbaannaan Na Dubbisuus Dandeessu Kunoo!!!

๐Ÿ‘‰ Hortee Oromoo ๐Ÿ‘‡
___________________________
Booranni ka Oromooti
Oromo ka Xabbooti
Xabbo ka Waaqooti
Waaqo ka Daadhiiti
Daadhiin ka Utteeti
Utteen ka Biiteeti
Biiteen ka Walaabuuti
Walaabu ka Jiilchaati
Jiilchaan ka Dawwarooti
Dawwaro ka Hoofaati
Hoofaan ka Sharaati
Sharaan ka Hadiyyaati
Hadiyya ka Raabaati
Raaba ka Dooriiti
Doori ka Mormori
Mormor ka Maammaati
Maamma ka Warari
Warar ka Wayyuuti
Wayyu ka Godeeti
Godeen ka Mariiti
Mariin ka Galaani
Galaan ka Wadiidi
Wadiid ka Shunkuri
Shunkur ka lmari
Imar ka Battayi
Battay ka Lubayi
Lubay ka Maliki
Malik ka Kuushi
Kuush ka Haami
Haam ka Nuuhi
Nuuh ka Maliki
Malik ka Matooshaati
Matooshaan ka Yaahi
Yaah ka Muhallali
Muhallal ka Akuuni
Akuun ka Anuushi
Anuush ka Shiisi
Shiis ka Aadami
Aadam ka Biyyeeti
Biyyyeen ta Hoomachaati
Hoomachi ka Bishaaniiti
Bishaan ka Fedhiiti
Fedhiin ta Dandeettiiti
Dandeettiin ta Rabbii tokkichaati
=====
Oromo lama(2)dhale:
1. Booranaafii
2. Bareentu
Booranni 12 dhale:
1. Wallagga
2. Callabbaa
3. Goree
4. Goofaa
5. Sidaamoo
6. Arrii
7. Daacee
8. Garrii
9. Guraa
10. Giriirraa
11. Naaroobiifii
12. Gujiidha
Bareentu 5 dhale:
1. Xummuugaa
2. Murawwa
3. Karrayyu
4. Hunbannaafii
5. Qalโ€™o
Xummuungaan 3 dhale:
1. Arsii
2. Asoosaa
3. Hawaasaa
Murawwa 1 dhale: Innis:- Ituudha
Ituun 10 dhale:
1. Waatee
2. Gaamo
3. Baayee
4. Galaan
5. Addaayyo
6. Baabbo
7. Waaree
8. Algaa
9. Gaaddullaafii
10. Elelleedha
Karrayyu 12 dhale:
1. Dullacha
2. Abbichu
3. Gonbichu
4. Sayyu
5. Obo
6. Oborii
7. Jiillee
8. Bullallaa
9. Mucee
10. Galaan
11. Salaaleefii
12. Wallo
Hunbanna 1 dhale: Innis:-Anniyya
Anniyya 7 dhale:
1. Malkaa
2. Baabbo
3. Dinbii
4. Baaduu (biduuu)
5. Mucii
6. Naanna'aa
7. Kudheedhe
Qalโ€™o 4 dhale:
1. Ala
2. Daga
3. Oborraafii
4. Baabbile
Ala 12 dhale:
1. Abbay
2. Nuunnu
3. Khaakho
4. Buubbu
5. Diiramu
6. Abbaadho
7. Goollo
8. Ere
9. Gutayyu
10. Galaan
11. Meettaafii
12. Arroojjiidha
Daga 3 dhale:
1. Noolee
2. Jaarsoofii
3. Huume
Oborraan 3 dhale:
1. Akkichu
2. Bil'iifii
3. Dooraniidha
Baabbile 3 dhale:
1. Gantub
2. Hawwiyyaafii
3. Hawaasileedha
Arsiin 2 dhale:
1. Sikkoofii
2. Mandoodha
Sikko 5 dhale:
1. Bullallaa
2. Wucaalee
3. Wojji
4. Jaawwiifii
5. Ilaanniidha
Mando 7 dhale:
1. Raayituu (Raa'idoo)
2. Hawaxxuu
3. Karaara
4. Karrayyuu
5. Meettaa
6. Arroojjiifii
7. Garjeeddaadha
Akkichu 2 dhale:
1. Dhaayeefii
2. Billidaadha
Dhaaye 3 dhale:
1-Dukkoo
2-Koyyeefii
3-Allaatayyaadha
Billidaan 3 dhale:
1. Godaanaa
2. Busaafii
3. Ala
Guji 3 dhale:
1. Hookkuu
2. Uraagaafii
3. Matii (maatii)dha
Hookku 7 dhale:
1. Galalcha
2. Oborraa
3. Michillee
4. Heeraa
5. Bundhituu
6. Kinnoofii
7. Baallaadha
Uraaga 6 dhale:
1. Goollo
2. Halla'oo
3. Agantuu
4. Daraartuu
5. Sarboortuufii
6. Waajituudha
Maati 3 dhale:
1. Hirqaantuu
2. Liinsoleefii
3. Hundeedha
Maddi: Abbootii Seenaa Manguddoolii Oromooti

Yaaa hamzaa an oson si tahe bekkamti kharuma birotinin barbada male kara amanta kanan wa hin qosu kessafu oromia kessa t...
22/11/2025

Yaaa hamzaa an oson si tahe bekkamti kharuma birotinin barbada male kara amanta kanan wa hin qosu kessafu oromia kessa ta.e mo

19/11/2025

Of eeggannoo โ€ผ๏ธโ€ผ๏ธ
Group Telegram irratti banamee Maqaa kiyyaan daldalamaa jiru kun kan kiyya miti !
Yeroo baayโ€™ee maxxansuun hubachiisuuf yaaleera. Namoonni fake account bananii maqaa namoota amma kana group keessatti add yoo gootan Qarshii amma kanaa argattu jechuun screenshot photoshop hojjetanii nama gowwoomsaa jiru.

Ani group Maqaa kiyyaan bane tokko hin qabu . Kanaaf group telegram kun kan kiyya akka hin taane bartanii group sana keessaa akka Baatan kabajaan isin gaafadha !

Galatoomaa !

03/10/2025
Baga isinif barite bunaf naga hin dhabina as wr wb akkam jirtu
01/10/2025

Baga isinif barite bunaf naga hin dhabina as wr wb akkam jirtu

Hello ๐Ÿ‘‹ jedhaa shagar koyyee jirra kan kireffatus kan bitatus bilbila what's app profile jala fudha TikTok
30/09/2025

Hello ๐Ÿ‘‹ jedhaa shagar koyyee jirra kan kireffatus kan bitatus bilbila what's app profile jala fudha TikTok

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Salim Gali, Gabrummarra Duuti Bilisumma, Aman Abdellaa Be...
24/09/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Salim Gali, Gabrummarra Duuti Bilisumma, Aman Abdellaa Bedaso

17/09/2025
๐’๐€๐”๐ƒ  ๐˜๐Š๐ Ethiogpia dabalate ๐ƒ๐”๐๐€๐ˆ  ๐–๐š๐ซ๐ซ๐จ๐ง๐ข๐ข ๐ฎ๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐ข ๐ค๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐ฆ๐š๐Ÿ ๐๐ฎ๐›๐š๐ข ๐ง๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž๐ž ๐ฃ๐ž๐ญ๐ญ๐š๐ง ๐ค๐ฎ๐ง๐จ ๐ฐ๐š๐๐š๐š ๐ค๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐Ÿ ๐ ๐ฎ...
17/09/2025

๐’๐€๐”๐ƒ ๐˜๐Š๐ Ethiogpia dabalate
๐ƒ๐”๐๐€๐ˆ
๐–๐š๐ซ๐ซ๐จ๐ง๐ข๐ข ๐ฎ๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐ข ๐ค๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐ฆ๐š๐Ÿ ๐๐ฎ๐›๐š๐ข ๐ง๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž๐ž ๐ฃ๐ž๐ญ๐ญ๐š๐ง ๐ค๐ฎ๐ง๐จ ๐ฐ๐š๐๐š๐š ๐ค๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐Ÿ ๐ ๐ฎ๐ง๐ง๐ž๐ญ๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ซ๐š ๐ฎ๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ญ๐š ๐ค๐š๐ง๐š ๐ช๐จ๐Ÿ๐š ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐ฌ๐š ๐›๐จ๐๐š๐š ๐ฎ๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ญ๐š ๐›๐š๐›๐›๐š๐ซ๐ซ๐๐š๐š ๐ช๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐Ÿ ๐๐ก๐ข๐ฒ๐š๐ง๐ง๐š ๐š๐ฆ๐ฆ๐š ๐ฌ๐ฎ๐ซ๐š๐ฅ๐ž ๐š๐ซ๐ฆ๐š๐ง ๐ ๐š๐๐ข ๐ญ๐š๐ง๐š ๐œ๐ฎ๐ช๐š๐ฌ๐ฎ๐๐ก๐š๐ง ๐ฎ๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ญ๐จ๐ญ๐š ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐๐๐š๐ง ๐Ÿ๐จ๐ฅ๐š๐ญ๐ญ๐š๐ง๐ข ๐ฐ๐š๐ฌ๐ญ๐š๐ฉ๐ก๐ข๐ง ๐ฒ๐ค๐ง ๐›๐ข๐ฅ๐›๐ข๐ฅ๐š๐ง ๐ก๐ž๐ฅ๐จ ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐š๐๐ก๐ฌ๐›๐ข๐ง๐š ๐ฌ๐ก๐š๐ซ๐ž ๐ฉ๐š๐ ๐ž ๐ค๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐Ÿ๐ฅ๐จ๐ฐ๐ž ๐ ๐จ๐๐ก๐š
What's app 00251914576812
ORO Fashion

Address

Riyadh
RIYADHMANFUHA20ROAD

Telephone

+251914576812

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ORO Fashion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ORO Fashion:

Share