Alhamdulillh yaa Rabbii

Alhamdulillh yaa Rabbii Let me know if you � stomach is still in its infancy then you

24/10/2021

AS____ WR___ WB___💟 Yaa Ummata Nabi Muhammad ﷺ akkam jirtu mee daqiiqa takkaf dhabbadhuu Salawaata busii Ergama Rabbii Nabi Muhammad ﷺ. Sallaallaahu Aleyhii Wossallam
اللهم وسلم وبارك على نبينا وحبيبنا وسيدنا محمد عليه افضل الصلاه والسلام

18/09/2021

Yaa Rabbii yoon sirra fadhe atti ofitti na dhiiheessi Yoon karaa kee irra dabe atti karaa keetti na deebisi Amiiin 😭😭

17/09/2021

Jireenya jechuun kan fedhi lubbuu ketti eeggachuuf jirattu osoo hin ta,in kan ajaja Rabbii keetii eegdee jiratu jireenya Gammachuti

♻️Hiriiyan gaariin keennadha. Keennaan badhaasa. Badhaasni jaalala jaalli jaalala dhugatti
24/08/2021

♻️Hiriiyan gaariin keennadha. Keennaan badhaasa. Badhaasni jaalala jaalli jaalala dhugatti

11/07/2021
السَّـــــــــلاَم عَلَيــْـــــــكُم وَرَحْمَــــــــــةُاللهِ وَبَرَكـَـــــــــاتُه❣Yāā ūmmāātā ñābii mūhāmmād《ﷺ》🔷   ...
06/07/2021

السَّـــــــــلاَم عَلَيــْـــــــكُم وَرَحْمَــــــــــةُاللهِ وَبَرَكـَـــــــــاتُه❣
Yāā ūmmāātā ñābii mūhāmmād《ﷺ》🔷 warra guyyaa qiyaamaa Shafa’aa Rāsūūlā Ŕābbii ۞ﷺ۞ argatu nu haa taasisu! gochuun obbollewwaan kessaan Keeyritii shaarakaa gorsaa &,,Dawaa babalisaa. Jzkl 👈
⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊰✯﷽✯⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Rabbiin Qur’aana keessatti maqaalee fi sifaata Isaa wanta biraa caalaa baay’isee
dubbate Shēekhūl Išłãām Ibñū Tāymiyāāñ (Rahimahullahu) ni jedha:
⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊰✯✯⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Qur’aanni waa’ee wanta Jannata keessatti nyaatamu, dhugamu fi nikaah dubbachuu caalaa waa’ee maqaalee, sifaataa fi hojiwwan Rabbii baay’isee dubbata.
⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊰✯✯⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Aayatonni maqaalee Rabbii fi sifaata Isaa of keessaa qaban gatiin isaanii aayatoota waa’ee Aakhirah dubbatan caala. Qur’aana kessatti aayanni hundarra guddoon Aayata Al-Kursiyyih dha. [Sababni isaas, Aayat al-Kursiyyin maqaalee fi sifaata Rabbii of keessatti qabatte.]
⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊰✯✯⊰:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Hādiišā Sāhiih tā'ē Kāñ Mūšłim gābāāšēē Kēēššāitti Ērgāmāāñ Rābbii۞ﷺ۞Ubayy ibn Ka’abin akkana jedhan: “Kitaaba Rabbii keessatti aayan hundarra guddoo taate tamiin akka taatee beektaa?” Ubayyis ni jedhe, “Allahu laa ilaah illaa huwa-l-hayyu-l-qayyuum. (Sūūrātū Al-Baqarah 2:255) Ergasii

🕳Ērgāmāāñ Rābbii۞ﷺ۞ harka isaanitiin laphee isaa keessa rukutuun “Beekums sitti haa mi’aawu yaa Abbaa Munzir.” Jedhan.” (Sāhiih Mūšłim 810 )(Aayan Sūūrātū Al-Baqarah) lakkoofsa 255 irratti argamtu tuni Aayatu Al-Kursiyyi dha.Maqaalee fi sifaata Rabbii waan of keessaa qabduuf aayatota Qur’aana hunda caalti.)

Address

967
Al Jannat
ULTIMATE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alhamdulillh yaa Rabbii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share